- Advertisement -spot_img

AUTHOR NAME

ahmed

333 POSTS
0 COMMENTS

        Dhaloota Naamusaan Ijaaruuf Riiformiin Taasifame

Komiishiniin Naamusaafi Farra Malaammaltummaa Naannoo Amaaraa waltajjii golabaa guyyaa farra malaammaltummaa idil-addunyaa 22ffaa mata duree "Dhaloota Naamusaan, Dhaabbata Hojmaataan" jedhuun kabajaa ture xumureera. Waltajjicharratti Komishinara...

  Hadiyyaa Haa Barru

Ayyaanni sabootaa, sablammootaafi uummattoota Itoophiyaa marsaa 20ffaan naannoo Giddu Galaeessa Itoophiyaa magaalaa Hosaa'inatti kabajameera. Jiraattoonni magaalaa Hosaa’inaa keessummota kutaalee biyyatti garagaraa irraa dhufan bifa...

Afrikaan Kibbaa Mormiin Boodatti Miidhaaa Saalaa Balaa Biyyaalessaa Ta’uu Labsite

Afrikaan Kibbaa biyyoota haleellaan saalaa baay'inaan itti raawwataman keessaa tokkodha.  Akka Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii jedhutti, Afrikaa Kibbaatti dubartoonni ajjeefaman giddu galeessan kan addunyaa irraa...

Itti aanaan muummee ministiraa obbo Tamasgeen Xurunah, Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti garee biyyoolessaa Itoophiyaa umurii 17 gadii jajjabeessaniiru. Obbo Tamasgan haasa'a taasisaniin Itoophiyaan waancaa Afrikaa...

Tajaajilli Giddugala Tokkoo (MOSAB) Rakkoolee Tajaajilamtootarra Gahu Kan Hambisudha

Wiirtuun kenna tajaajila iddoo tokkoo (MESOB) jechuun tajaajilli kennamu fedhii lammiilee giddu-galeessa kan godhate taasisuu, mootummaafi lammiilee gidduutti walitti-dhufeenya gaarii uumuu, alseerummaafi alnaamusummaa hojimaata...

        Tajaajila Fayyaa Du’a Haadholiifi Daa’immanii Hir’ise

Baroota baay'eef fayyaa haadholiifi daa'immanii irratti xiyyeeffannoon hojjechuu dhabuun miidhaan isaaniirra gahaa turuu ragaawwan ni agarsiisu. Haa ta'u malee, baroota dhihoo asitti hojii kenniinsa...

     Masaraa Mootii Faasiladas

Itoophiyaan iddoowwan hawwata turizimii uumamaafi nam-tolcheen kan badhaatedha. Isaan keessaa tokko gamoo Faasilidha. Gamoon Faasil iddoo hawwata turizimii nam-tolcheefi  magaalaa Gondaritti kan argamu akkasumas...

Misooma Koriidarii Baadiyyaa

Misoomni koriidarii baadiyyaa mana jireenyaa qonnaan bultootaafi tooftaa jireenya isaanii jijjiiruu irratti kan xiyyeeffatudha. Kanuma bu'uureffachuun kutaalee baadiyyaa biyyattii garagaraa keessatti ganda moodelaa filachuun...

‎Magaalootni Wiirtuu Qaroominaafi Bakka Jireenya Sabaafi Sablamootaati

‎Qaroominni dhala namaa kan eegale hundeefama magaalootaa waliini. Magaalootni wiirtuu hojiilee kalaqaafi namoota hedduu barataniidha. ‎Hundeefamni magaalootaa Itoophiyaa kan jaarraa  lama hin guutne dha....

Latest news

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo