- Advertisement -spot_img

AUTHOR NAME

ahmed

531 POSTS
0 COMMENTS

Hayyoonni Nageenya Biyyaa Miirkaneessuu Keessatti Ga’ee Guddaa qabu

Biyya tokkoof nageenyi bu'uura waan hundaati. Nageenyi yoo jiraate, hawaasni nagaan jiraata, qabeenya balaaf saaxilamuu irraa eega, misoomaafi diinagdee saffisiisaa, barnootaafi fayyaa cimsa, akkasumas...

Naannoon Amaaraa Ragaa Hojjettoota Mootummaa Dijitaalessuu Xumuruuf

Biiroon sivil sarviisiifi misooma humna namaa Naannoo Amaaraa ragaa hojjettoota mootummaa gara hojii mirkaneessuufi  dijitaalayizeeshinii galuu ilaalchisee ibsa kenne. Itti Aanaan Itti Gaafatamaa Biiroo...

Gootummaa Dhugaan Mariin Garaagarummaa Yaadaa Furuudha

Qabsoon hidhannoo kamiyyuu, ka’umsi isaa hammam haqaafi dhugaa ta’us, yeroo dheeraa fudhatee bifas yoo jijjiirrate, hawaasa inni qabsoo jalqabeef sanaaf dhibee hamaadha. Walitti bu’iinsi...

Hariiroon Uummataa Amaaraafi Oromoo Gidduu Seentumma Siyaasaa Irraa Bilisa Ta’u Qaba

Uummatni Amaaraafi Oromoo Itoophiyaa keessatti baay'ina uummataa guddaa kan qabani dha. Uummata  ollaa walii ta'anii,  hariiroo jaarraa hedduu lakkoofsiseefi kan seenaa baroota dheeraa waliin...

Hariiroo Uummata Amaaraafi Oromoo qormaataan Hin Gufanne

Itoophiyaan biyya sabaafi sablammoota 85 oliifi amantaa garaa garaa qaban of keessatti kan qabattee ijaaramtedha. Ijaarsa biyya kanaa keessatti sabootni hunduu ga'ee kan qaban...

Manni Maree Naannoo Amaaraa Raawwii Hojji Bara Baajataa 2018 Gamaggamuun, Karooraafi Baajata Bara 2019 Raggaasise

Manni Maree Naannoo Amaaraa yaa’ii idilee 12ffaa marsaa 6ffaa bara hojii 5ffaa gaggeesseen raawwii hojii bara baajataa 2018 gamaaggamuun, baajata raawwii hojii bara 2019...

Duulli Dhaabbii Biqiltuu Guyyaa Tokkoon Miiliyoona 800 Milkaa’e

Maqaan Itoophiyaa jedhu yeroo hedduu tokkummaa, obsaafi danda'uu uummata ishee waliin walqabatee ibsama. Seenaa waraanaa garaa garaa irratti Itiyoophiyaan tokkummaan beekkamti. Bara Saddeetii as...

Kilabni Kubbaa Miilaa Magaalaa Gimbii Seenaa Hojjete

Taphni Shaampiyoonaa Kilaboota Itiyoophiyaa morkii ijibbaataa Waancaaf Dilbata darbe Gimbii fi Waltaan Poolisii Tigiraay waliin taphataniin injifannoo Gimbiin  goolabame. Taphni Shaampiyoonaa Kilaboota Itiyoophiyaa Kilaboota 44...

Jijjiiramni Qilleensaa To’annoo HIV Irratti Sodaa Uume

  Jijjiiramni qilleensaa sirna fayyaafi jireenya addunyaa kanaa hundaa jijjiiraa jira, ta'us dhiibbaan inni dhibee HIV irratti qabu xiyyeeffannoo gahaa hin arganne. Lolaan, hongeefi buqqaatiin...

Latest news

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo