AADAAFI OGUMMAA

 Riizoortii Loogoo Haayiq

                                               ...

                                       Ogeessa Harka Warqee

Uummanni Oromoo akkuma uummata birootti qabeenya dilbii uumamaafi namtolchee qor-qalbii namaa hawwatan hedduu qaba. Meeshaaleen faaya aadaa agarsiistuu uummata Oromoo keessaa isa tokkodha. Meeshaaleen...

  Magaalaa Gondariifi Ayyaana Cuuphaaa

                         Ayyaanni Cuuphaa ayyaanota dirree irratti mana amantaa Ortoodoksii Tawaahidoo Itoophiyaatin kabajamu keessaa isa...

Qunceen Wal-GargaarteeArba Hiiti

Biyyi keenya Itoophiyaan aadaalee wal-gargaaruu, wal-deeggaruufi wal-bira dhaabbachuu hedduu qabdi. Aadaaleen wal-gargaarsaa kun uummata Oromoo birattis maqaalee adda addaatiin ni waamamu. Aadaalee wal gargaarsaa...

Rakkoo Nageenyaa Sochii Turizmii Sakaale

Kennaa uumamni badhaase irratti seenaa akaakileeniifi abaabileen keenya hojjetan naannawaalee biyya keenyaa keessaa naannoo Amaaraatiif kennaafi bareedina guddaadha. Masaraaleen mootummoota duraanii, iddoowwaniifi manneen amantii...

  Birraa Fi Abdii Isaa

"Hoo yaa birraa birraan bari'e Farda binna yaa ijoollee" dargaggootatu walaloo sirbaatiin kana jedha; yommuu birraan bari'u lafti qooreefi magariisa uffatee, lalisee tole waan...

  Safuu: Barmaata Dagaaguu Qabu

Yeroo durii hawaasa gidduutti haala addaatiin beekamuu irra darbuun jiruuf jireenya namootaa guyyuun taasifamu keessatti shoora olaanaa taphachaa turee jira, wal dhabdeen yaadaa namoota...

   Maalummaa Sirna Barreeffamaa Ajam

Addunyaan keenya har’a keessa jiraannu bifa har’a qabattee jirtu kana uummachuuf taateewwan jaarraa hedduun lakkaawwaman akka itti fudhate wal nama hin gaafachiisu. Kana jechuun...

      Iccitii Faaya Miidhaginaa Shamarran Baatee

Bareedina yemmuu jedhamu karaalee garagaraa hiika itti kennuun ni danda’ama. Isaanis: bareedina qaamaa, dhaabbii namaatti toluun, miiraaf qalbii namaa hawaatu, bareedina amalaa namni tokko...

Meeqoo: Tapha Ijoollee

Afoolli faayidaalee hedduu qaba. Afoola Oromoo keessaa taphni ijoollee isa tokkodha. Taphni ijoollee haala jiruufi jireenya hawaasa tokkoo dhaloota irraa dhalootatti ergaa bifa tapha...

Safuu: Barmaata Dagaaguu Qabu

Yeroo durii hawaasa gidduutti haala addaatiin beekamuu irra darbuun jiruuf jireenya namootaa guyyuun taasifamu keessatti shoora olaanaa taphachaa turee jira, wal dhabdeen yaadaa namoota...
AMECO Hirkoo