AADAAFI OGUMMAA

Irreecha walooma uummataaf

Irreechi ayyaana galateeffannaa, araaraa, nagaa, waloomaafi tokkummaa kan uummata Oromoo biratti bakka olaanaa qabudha. Ayyaanni Irreechaa Uummatni Oromoo haala aadaa, safuufi dhuudhaa isaa eeggateen...

Mootii Ayyaanotaa

Ayyaanni Masqalaa ayyaanota aadaafi amantii Itoophiyaa keessatti bakka olaanaa qaban keessaa isa tokkodha. Ayyaanni kunis waggaadhaan Fulbaana 17 haala hoo’aan kabajama. Ayyaanichi seenaa, aadaa,...

Simannaa Bara Haaraa, Calaqqee Aadaafi Tokkummaa Uummataan

Biyyi keenya Itoophiyaan, biyya uummanni ishee ayyaanota amantaa, ayyaanota jijjiirama baraafi ayyaanota aadaa garaagaraa itti kabajanidha. Ayyaanotni kunneen seenaa, aadaa, duudhaafi amantaa hawaasaa calaqqisiisuun...

           Nageenyi Milkaa’ina Turiizimiif Murteessaadha

Turizimiin akkuma sochiilee birootti damee nageenyaafi tasgabbii barbaadudha. Guutuu hiruutti gosoonni turizmii hundinuu kan raawwataman yommuu nageenyi jiruttidha.Turizimiin naannawa itti jiraannu irraa fagaachuudhaan imala...

Sirna Ulfoo: Ruufoo Marabbaa

Jiruuf jireenya hawaasummaa keessatti sirnootni adda addaa yoomessaafi adeemsa mataa isaanii qaban hedduutu jiru. Yeroo baayyee dhimmootni kunneen damee aadaafi duudhaa hawaasaa  jalatti kan...

BIRREENSAA QORII Qoorsituu Dhiigaa

  Abdulsaamii Aliyyiin Ilmi namaa haala jiruufi jireenya fooyyeffachuuf tattaaffii taasisu keessatti walitti bu’uun isaa kan ooluu miti. Haalli walitti bu’insa ilma namaa kun haala aadaa...

Aadaa Walgargaarsaa Hawaasicha Walitti Hidhaa Jiru

Mammaaksi Oromoo “harki dabareen wal dhiqa” jedhee makmaake akkasumaan miti. Harki inni tokko harka isa biraa tumsuu deggaruufi gargaaruu isaa, caalaa dhumatti ammoo yoo...

 Hariiroo Fardaafi Uummata Sablammii Awwii

Fardi jireenya guyyaanii Itoophiyaanotaa wajjiin kan hidhata qabu seenaa baroota dheeraa qaba. Sochiilee hawaasummaafi diinagdee keessatti qofa osoo hin taane, dirree waraanaa irratti hiriiranii...

Tapha Qillee

Ayyaanni yaadannoo Dhaloota IyyasuusKiristoos, ayyaanota waggaa waggaadhaan kabajamaniifi ibsama aadaa garagaraa qaban keessaa isa tokkodha. Ayyaanni kun hordoftoota amantii Kiristaanaa biratti sirnoota adda addaatiiniifi...

Haadha Siinqee

Siinqeen Sirna Gadaa keessatti adeemsa aadaa mirga dubartoota ittiin tiksuuf mala hunda’edha. Mallattoon Seerri Siinqee kun ittiin beekamu immoo ulee qal’oofi sorooroo muka harooressaa...

Qunceen Wal-GargaarteeArba Hiiti

Biyyi keenya Itoophiyaan aadaalee wal-gargaaruu, wal-deeggaruufi wal-bira dhaabbachuu hedduu qabdi. Aadaaleen wal-gargaarsaa kun uummata Oromoo birattis maqaalee adda addaatiin ni waamamu. Aadaalee wal gargaarsaa...
AMECO Hirkoo