BALBALLOOMII ODUU

Pirojaktii Ijaarsa Jallisii Qonnaan Bultoonni Hawwiin Eegaa Jiran

Pirojaktota misoomaa qulqullinaafi yeroo qabameef keessatti xumuruun fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessuuf faayidaa olaanaa qaba. Icciitiwwan guddina biyya tokkoo saffisiisuf fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessan keessaa tokko pirojaktiwwan misoomaa...

      Labsiiwwan Gubaa, “Injifannoowwan Mootummaa Ida’amuu”

Mariin kutaalee hawaasaa garaagaraa hirmaachise akka biyyaatti magaalota gurguddoo 24 irratti  ergaa ijoo  “Labsiiwwan Gubaa, Injifannoowwan  Mootummaa Ida’amuu” jedhuun  gaggeeffamaa tureera. Akka naannoo Amaarattis mariin...

“Itoophiyaanonni Miidhagina Afaaniifi Aadaa Waloon Jiraachuun Itti Fufuu Qabu” Muummicha Ministiraa Abiy Ahmad (Phd)

Itoophiyaan bara 1983 irraa eegaltee tarree biyyoota sirna federaalizimii bulaniitti hiriirteetti. Biyyootni sirna federaalizimiin bulan 25 yoo ta'an baayina uummata adduunyaarraa dhiibbantaa 40 kan...

Fooramii Magaalotaa: Iddoo Muuxannoon Garaagaraa Irraa Fudhatamu

Fooramiin magaalotaa waltajjii bakka butoonni bulchiinsa magaalotaa, ogeessotniifi qaamoleen dhimmi ilaallatu walitti dhufanii dhimma misooma magaalaa, bulchiinsa gaariifi rakkoolee magaalota mudatan irratti mari'atuun carraa...

Daldaltoota Seeraan Alaarratti Tarkaanfiin Fudhatamaa Jira

Itoophiyaatti qaala'insi jireenyaa haala itti fufinsa qabuun daran  dabalaa dhufuun, jireenya lammiilee hammaataa taasiseera. Keessattuu, qaala'insa gatii wantoota bu'uuraa hawaasni guyyaa guyyaan fayyadamurratti mul'atu...

Barsiisaa: Qartuu Dhalootaa

Ijaarsaafi guddina  biyya tokko keessatti barnootni gahee bakka bu'ummaa hin qabne taphata. Biyyi tokko guddachuu, qaroomuufi misoomuu kan dandeessu bu'uura hojiilee hundaaf kan ta'e...

Tumsa Carraa Hojii Dargaggootaaf Uumuuf Taasifamaa Jiru

Dhalli namaa akka namaa  jiraachuuf  wantootni bu’uuraa ta'an, kanneen akka nyaataa, uffataafi bakki jireenyaa isa barbaachisa.  Wantootni bu’uuraa barbaachisan kunneen kan argamuu danda’an immoo...

    Hidha Haaromsaa: Bu’aa Tokkummaa

Itoophiyaanotni akka qaroo ija isaaniitti kan ilaalan hidhi haaromsa guddichaa ijaarsi isaa waggaa 14'n booda xumuramee eebbifameera. Miliyoonota dukkanarraa gara ifaatti, hiyyummaarraa gara guddinaatti ...

   Hubannoo Itti Fayyadama Miidiyaa Hawaasaa

Tamsa’inni odeeffannoo sobaa biyyoota addunya hedduuf dhimma qormaata ta’e keessaa isa tokkodha. Odeeffannoowwan sobaa kunneen ta’e jedhamee burjaajii uumuuf kan tamsa’an yookiin immoo osoo...

   Tola Ooltummaan Lammii Ofii Utubuudha

Tola ooltummaan , faayidaa osoo hin argatiin kaka'umsa ofiitiin  qaamni kamiyyuu osoo hin dirqisiisin, beekumsa qabaniin  humnaafi maallaqqa qabanin namoota rakkatan  gargaaruudha. Ofirra darbanii...

Oduu

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo