BALBALLOOMII ODUU

“Itoophiyaanonni Miidhagina Afaaniifi Aadaa Waloon Jiraachuun Itti Fufuu Qabu” Muummicha Ministiraa Abiy Ahmad (Phd)

Itoophiyaan bara 1983 irraa eegaltee tarree biyyoota sirna federaalizimii bulaniitti hiriirteetti. Biyyootni sirna federaalizimiin bulan 25 yoo ta'an baayina uummata adduunyaarraa dhiibbantaa 40 kan...

Fooramii Magaalotaa: Iddoo Muuxannoon Garaagaraa Irraa Fudhatamu

Fooramiin magaalotaa waltajjii bakka butoonni bulchiinsa magaalotaa, ogeessotniifi qaamoleen dhimmi ilaallatu walitti dhufanii dhimma misooma magaalaa, bulchiinsa gaariifi rakkoolee magaalota mudatan irratti mari'atuun carraa...

Daldaltoota Seeraan Alaarratti Tarkaanfiin Fudhatamaa Jira

Itoophiyaatti qaala'insi jireenyaa haala itti fufinsa qabuun daran  dabalaa dhufuun, jireenya lammiilee hammaataa taasiseera. Keessattuu, qaala'insa gatii wantoota bu'uuraa hawaasni guyyaa guyyaan fayyadamurratti mul'atu...

Barsiisaa: Qartuu Dhalootaa

Ijaarsaafi guddina  biyya tokko keessatti barnootni gahee bakka bu'ummaa hin qabne taphata. Biyyi tokko guddachuu, qaroomuufi misoomuu kan dandeessu bu'uura hojiilee hundaaf kan ta'e...

Tumsa Carraa Hojii Dargaggootaaf Uumuuf Taasifamaa Jiru

Dhalli namaa akka namaa  jiraachuuf  wantootni bu’uuraa ta'an, kanneen akka nyaataa, uffataafi bakki jireenyaa isa barbaachisa.  Wantootni bu’uuraa barbaachisan kunneen kan argamuu danda’an immoo...

    Hidha Haaromsaa: Bu’aa Tokkummaa

Itoophiyaanotni akka qaroo ija isaaniitti kan ilaalan hidhi haaromsa guddichaa ijaarsi isaa waggaa 14'n booda xumuramee eebbifameera. Miliyoonota dukkanarraa gara ifaatti, hiyyummaarraa gara guddinaatti ...

   Hubannoo Itti Fayyadama Miidiyaa Hawaasaa

Tamsa’inni odeeffannoo sobaa biyyoota addunya hedduuf dhimma qormaata ta’e keessaa isa tokkodha. Odeeffannoowwan sobaa kunneen ta’e jedhamee burjaajii uumuuf kan tamsa’an yookiin immoo osoo...

   Tola Ooltummaan Lammii Ofii Utubuudha

Tola ooltummaan , faayidaa osoo hin argatiin kaka'umsa ofiitiin  qaamni kamiyyuu osoo hin dirqisiisin, beekumsa qabaniin  humnaafi maallaqqa qabanin namoota rakkatan  gargaaruudha. Ofirra darbanii...

Hidha Abdii Guddaan Irraa Eegamu

  Addunyaa keenyarratti  lageen biyya tokko irraa gara biyya biraatti daangaa qaxaamuruun ce'an hedduun jiru. Biyyootni Addunyaa hedduunis lageen daangaa ce'aa ta'an kanneen, geejjibaaf, humna...

Uummata Hirmaachisuun Nageenyi Waaraa Akka Dhufu Ni Taasisa

  Guddinaafi misooma biyya tokkootiif nageenyi waan hunda caalaa murteessaadha. Bilisummaan bahanii galuuf, bakka barbaadan jiraachuufi hojjetanii jijjiiramuuf gatiin nageenya maalumaanuu hin shallagamu; sadarkaafi safartuus...

Oduu

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo