Hojii Tokkummaa Uummataa Cimsuuf Hojjetameen Bu’aan Argamuu Afa-Yaa’iin Bulchiinsa Sablammii Oromoo Dubbatan
Rakkoo Nageenyaa Naannoo Amaaraatti Uumame Waaraan Furuuf, Hundi Gaheesaa Akka Bahu Kaawunsiliin Nageenyaa Gaafate
Tajaajila Yoomeessaan Hin Daangeffamne
Nageenya Isaanii Mirkaneeffachuun Hojii Isaanii Arifachiisaa Akka Jiran Jiraatoonni Aanaa Dawwee Haarawaa Dubbatan
Oomisha Midhaanii Kuntaalaa Miliyoona Tokko Ol Argachuuf Hojjechaa Jiraachuu Qajeelchi Qonnaa Bulchiinsa Sab-Lammii Oromoo Beeksise
Bulchiinsi Sablammii Oromoo, Misooma Arfaasaa Irraa Oomisha Kuntaala Kuma 112 Ol Sassaabuuf Hojjechaa Akka Jiru Beeksise