HAWAASUMMAA

Aflaatooksiniin Maali?

Jiini Muddee waqtii barbareen itti bilchaatu waan ta'eef namoonni baay'een ji'a kana keessa barbaree yeroo itti qopheeffatanidha. Magaalaa Baahir Daar naannawaa Gabaa Abunahaaraatti argamuun...

Gita Kitaabaafi Barataa Walsimsisu: Qulqullina Barnootaa Eegsisuuf

Manneen barumsaa bulchiinsa magaalaa Kamisee keessaa Manni Barumsaa Sadarkaa tokkoffaa Sadaasaa tokkodha. Manneen barumsaa adda duree magaalichaa keessaa tokko ta'us wal gahiinsa kitaabaan walqabatee...

Carraa Hojii Uumuun Nageenya Biyyaatifis Wabiidha 

  Rakkoon hojii dhabdummaa rakkoo sadarkaa addunyaalessaatti mudatudha. Baayi’naan hojii dhabdummaaf kan saaxilaman immoo dargaggootadha. Dhimmi dargaggoota dhuunfaanis ta’e gurmiidhaan gara hojiitti galchuuf haala mijeessuu...

        Tajaajila Fayyaa Du’a Haadholiifi Daa’immanii Hir’ise

Baroota baay'eef fayyaa haadholiifi daa'immanii irratti xiyyeeffannoon hojjechuu dhabuun miidhaan isaaniirra gahaa turuu ragaawwan ni agarsiisu. Haa ta'u malee, baroota dhihoo asitti hojii kenniinsa...

Qophii Dursaa: Utubaa Milkaa’ina Egeree

Baroottan darbanitti firiin qormaata seensa yuunivarsiitii galmaa’e rifaatii guddaa uumuun ni yaadatama. Rakkoo kanaaf, bu'uura irraa barnoota irratti hojjechuu hanqachuutu sababeeffama. Rakkoo kana furuuf...

Sirna Nyaataa Madaalawaa Daa’immanii

Daa'imman yeroo dhalatan irraa jalqabee hanga ji'a jahaatti harma haadhaa qofa hoosisuun ni gorfama. Harma qofa hoosisuu jechuun daa'imman hanga ji'a jahaa guutanitti bishaan...

  Dhukkuba Busaa Qolachuuf Sochiilee Taasifamaa Jiran

Xumuramuu ji'oota gannaa hordofee waqtiin bonaa yoo dhufu haalli qilleensichaa waan ho'uuf wal hormaata bookee busaaf haala mijataa uuma. Yeroo baay'ee waqtii kanatti dhukkubicha...

    Shoora Hojiin Tumsaan Hojjetamee Bara Barnootaa Haaraaf Gumaache

Akka naannoo Amaaraatti baroota lamaan darbanitti boora'uu nageenyaa hordofee bakkeewwan garagaraatti adeemsi baruufi barsiisuu addaan citee turuun ni yaadatama. Sababa kanaan barattoonni miiliyoonotaan lakkaa'aman...

    Bu’aa Foyya’insa Hubannoo Barnootaan Boodatti Argame

Akkuma hundinuu irratti waliif galu guddina roga hundaa biyya tokkoo fiduuf shorri barnoonni qabu maaliinuu hin madaalchiifamu. Biyyi sadarkaa barnoota ishee jutuu hin fooyyessiin...

Barnoonni Idileen Duraa Cabiinsa Barnootaa Bu’uuraan Jijjiiruuf Gahee Qabu

Barnoonni yoomiifi eessattuu taanaan guddina biyya tokkootiif barbaachisaadha. Meeshaan guddichi guddina roga maraa  biyyoota gurguddoo addunyaa kanaaf argamsiise barnootadha. Kunis milkaa'uu kan danda'eef dhaloota...

Oduu

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo