HAWAASUMMAA

    Shoora Hojiin Tumsaan Hojjetamee Bara Barnootaa Haaraaf Gumaache

Akka naannoo Amaaraatti baroota lamaan darbanitti boora'uu nageenyaa hordofee bakkeewwan garagaraatti adeemsi baruufi barsiisuu addaan citee turuun ni yaadatama. Sababa kanaan barattoonni miiliyoonotaan lakkaa'aman...

    Bu’aa Foyya’insa Hubannoo Barnootaan Boodatti Argame

Akkuma hundinuu irratti waliif galu guddina roga hundaa biyya tokkoo fiduuf shorri barnoonni qabu maaliinuu hin madaalchiifamu. Biyyi sadarkaa barnoota ishee jutuu hin fooyyessiin...

Barnoonni Idileen Duraa Cabiinsa Barnootaa Bu’uuraan Jijjiiruuf Gahee Qabu

Barnoonni yoomiifi eessattuu taanaan guddina biyya tokkootiif barbaachisaadha. Meeshaan guddichi guddina roga maraa  biyyoota gurguddoo addunyaa kanaaf argamsiise barnootadha. Kunis milkaa'uu kan danda'eef dhaloota...

Shoora Nageenyi Damee Barnootaaf Qabu

  Haala qabatamaa ji'oota muraasa dura ture irraa hubachuun akkuma danda’amu yeroo dhihoo asitti bakkeewwan tokko tokkotti sababoota adda addaan daa’imman baay’een barnoota idilee isaanii...

Faaydaa: Waraqaa Eenyummaa Bu’aa Galmeessisaa Jiru

  Itoophiyaatti tajaajilaafi tajaajilamtoota gidduutti wal amantaa, iftoomina ittigaafatamummaafi sadarkaa biyyaalessaatti sirni mijaawaa akka jiraatuuf Waraqaan Eenyummeessaa Dijitaalaa Biyyaalessaa hojiirra ooleera. Innis 'faaydaa' jedhamuun beekama....

  Qophii Qormaataa Xiiqiin  Guutame 

                           Bara 2015tti firiin qormaata seensa yuunivarsiitii galmaa'ee rifaatii guddaa uumee turuun ni...

Waqtii Fayyaa Ofii Eeggachuun Itti Barbaachisu

Qonnaan bultootaafi horsiiseWaqtii Fayyaa Ofii Eeggachuun Itti Barbaachisu Qonnaan bultootaafi horsiise bultoota biratti waqtiin gannaa waqtiilee jiran keessaa hundaa olitti waqtii filatamaa ta'uunsaa beekamaadha. Sababni...

Faaydaa: Waraqaa Eenyummaa Dijitaalawaa Biyyaalessaa

Addunyaa irratti Waraqaan Eenyummaa Biyyaalessaa hojiirra ooluunsaa bubbuleera. Biyyoota ardii biroo dhiifnee biyyootuma Afrikaa keessaa kanneen akka Gaanaa, Ruwaandaafi Afrikaan Kibbaa erga hojiirra oolchan...

Mana Barumsaa Deggarsa Addaa Waladdii

Meeshaan guddaan diinagdee biyyoota addunyaa gurguddoo baay'ee jijjiire barnootadha. Kunis milkaa'uu kan danda'eef dhaloota barnootaan bu'aa gaarii galmeessu oomishuu danda'uu isaaniitini. Kun akkuma jirutti...

Tajaajila Hospitaala Waliigalaa Kamisee

Hospitaalli Waliigalaa Kamisee tajaajilamtoota miiliyoona 1 tuqaa 5 oliif tajaajila fayyaa kennaa jira. Hospitaalichi aanolee ollaa baay'eef tajaajila waan kennuuf lakkoofsa tajaajilamtootaa yeroodhaa yerootti...

Oduu

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo