Ijoo Dubbii

    Hirmaannaan Hawaasaa Hojiilee Hojjetaman Hundaaf Furtuudha 

           Hojiin misoomaa hundi kan milkaa’u yeroo hawaasichi hirmaatedha. Hojiileen hawaasicha hin hirmaachifne bu’aa qabeessa ta’uu hin danda’u. ‎Karoora hojiilee misooma...

Xumura Marii Biyyaaleessaa Milkeessuun Itoophiyaaf Daandii Haaraa Ni Saaqa

‎Itoophiyaan seenaa qaroominaafi sirna mootummaa dheeraa qabaattus dhimoota xixiqqaan maraammartoo walitti bu'insa keessa turtedha. Akka biyyaaleessaatti dhimmoota gurguddoo biyyattirratti waligalteen irra hin gahamne. Adeemsa...

Ayyaanootni Amantaa Callaqqee Enyummaafi Walinummaa Itoophiyaanootaati ‎

Itoophiyaan biyya af-daneetti,sab-daneettiifi amantaalee garagaraa qabdudha. Biyya seenaa dheeraafi uummata garaagarummaa hedduu qabaattus biyya tokkummaan beekamtedha. Garaagarummaan enyummaa Itoophiyaanootaa bareedaafi hawwataadha. Sirni kabaja ayyaanoota...

Nageenyi Hunda Caala

UUmmatni Amaaraa uummata ijaarsa biyyattii keessatti gahee guddaa taphatedha. Uummatni kun birmadummaa biyyattii egsisurrattis saboota biroo wajjiin ta’un uummata wareegama guddaa kaffalaa turedha. Qabsoo...

Biyya Sabdaneetiifi Af-Daneetti Qabnuuf Bulchiinsa Feederaalizimii Sirnaan Ijaaru Barbaada

  Itoophiyaan uumamaan biyya sabdaneetiifi af-daneetti dha. Daangaa biyyattii Kallattii kamuu keessa yoo deemne aadaan, afaaniin, duudhaan, amantaafi kanneen biroon uummata sabdaneessa qabdi. Lafti biyyattis...

‎Magaalootni Wiirtuu Qaroominaafi Bakka Jireenya Sabaafi Sablamootaati

‎Qaroominni dhala namaa kan eegale hundeefama magaalootaa waliini. Magaalootni wiirtuu hojiilee kalaqaafi namoota hedduu barataniidha. ‎Hundeefamni magaalootaa Itoophiyaa kan jaarraa  lama hin guutne dha....

Adabbiin Daldaltoota Seeraan Alaa Irratti Fudhatamu Cimee Itti Fufuu Qaba

Waggoota dhihoorraa jalqabee Itoophiyaatti haala hin baratamneen qaala’insi jireenyaa uumamuu danda’eera. Qaala’insa jireenyaatiif sababoonni adda addaa jiraatanis kanneen haala nam-tocheetiin uumamanis jireenyi uummataa daran...

Barnoonni Dhimma lammilee hundaati

Barnootni hundee qaroominaa biyya tokkooti. Addunyaan keessa jirru jijjiirama guddaa keessa jirti. Jijjiirama saffisaa kana wajjiin deemuf barnootni gahe bakka hin bune qaba. Akka...

Hulaa Galaanaa Nurratti Cufame Argachuuf Yoomiyyuu Caalaa Tokkummaan Dhaabbachuu Gaafata

waggoottan kurnaniif nurratti cufamee ture banuuf tokkummaan dhaabbachuu barbaachisa. Daldalli adunyaa dhibbentaa 80 caalu kan gaggeefamu gejjiba galaanootaani. Biyyoota addunyaa 195 keessaa biyyootni 150...

Hidhni Haaromsa Guddicha Itoophiyaa Aasxaa Tokkummaafi Obbolummaati

Ijaarsi Hidha Haaromsa Guddicha Itoophiyaa xumuramee ifaan eebbifameera. Kun injifannoo tokkummaa Itoophiyaanotaati. Ijaarsi hidha laga Abbayyaa waggaa kumaatamaan lakkaawamu yaadamaa kan ture dhaloota kanaan...

Oduu

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo