Ispoortii

Ispoortii Aadaa Hariiroo Uummataa Cimsu

                                       Qajeelchi Aadaa, Turizimiifi Ispoortii Bulchiinsa Sablammii...

  Dhaloota Bara Sanaa

                                  Kubbaan miilaa jaallatamaafi haalaan kan daawwatamudha. Gosni ispoortii...

         Gahee Taphni Qillee  Dagaagina Ispoortii Aadaaf Qabu

Ayyaanni Yaadannoo Dhaloota Iyyasus Kiristoos yeroo dhihaatutti tapha aadaa Qillee taphachuun akka biyyaatti taatee baratamaadha. Umuriin osoo hindaangessiin daa'immanii hanga gaheessootaatti hirmaachisuun Muddee irraa...

            Waancaan Kubbaa Miilaa Afrikaa 2025

Waggaa lamatti al tokko biyyoota miseensota Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa “CAF” gidduutti kan adeemsifamu wal morkiin waancaa kubbaa miilaa Afrikaa 35ffaa magaalaa guddoo Morookoo,...

Ramaddii Waancaa Addunyaa bara 2026

               Sirna baninsa ramaddii Waancaa Addunyaa irratti pireezidaantiin Ameerikaa Doonaaldi Tiraampi Badhaasa Nagaa Fiifaa fudhataniiru. Badhaasni kun pirezidaantii Fiifaa...

Itti aanaan muummee ministiraa obbo Tamasgeen Xurunah, Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti garee biyyoolessaa Itoophiyaa umurii 17 gadii jajjabeessaniiru. Obbo Tamasgan haasa'a taasisaniin Itoophiyaan waancaa Afrikaa...

  Atileetiksii Itoophiyaa Xiyyeeffannoo Barbaadu

Maqaan Itoophiyaa dirree addunyaa irratti yeroo ka'uu injifannoo Adwaatiin dabalata olaantummaa biyyattiin gama atileetiksiin qabdutu kaafama. Itoophiyaan dachee atileetota waltajjiiwwan gurguddoo addunyaa miidhagsaniifi rikoordii...

Biyyoota Waancaa Addunyaa 2026’f Darbuu Isaanii Mirkaneeffatan

Waancaan Addunyaa 2026 Yunaayitid Isteeis, Kanaadaa fi Meksiikooti waliin ta'uun qopheessu. Dorgommiin kun biyyoota gara garaa sadiin yeroo qophaa'u kun isa jalqabaati. Taphni baniinsaa...

Falmii Biyyoonni Afrikaa Waancaa Addunyaaf Darbuuf Taasisan

Waancaan addunyaa akka lakkoofsa Awuroppaa bara 2026 Ameerikaa, Kanaadaafi Meeksikootiin kan qophaa'udha. Dorgommicha irratti biyyoonni 48 ni hirmaatu jedhamee eegama. Biyyoota 54 kan qabdu...

Sochii Ispoortii Sababa Kooviidiin Jalqabee Hanga Har’aatti Fuulla’e

Tibba weerara Kooviid-19 kutaalee biyyattii garagaraa keessatti sochii qaamaa taasisuun waan baratame ture. Gareen hojjettoota Yuunivarsiitii Jimmaa kan sodaan Kooviid-19 walitti fide, erga sodaan...

Oduu

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo