Ispoortii

Afrikaafi Eeshiyaan Infaantiinoon Marsaa 4ffaaf Pirezidaantii FIFA Akka Ta’uuf Deggaran

    Afriikaafi Eeshiyaan Pirezidaantii FIFA ta'uun marsaa 4ffaaf Infaantiinoo deggaruun bara 2027'tti itti gaafatamaa qaama bulchiinsa kubbaa miilaa addunyaa ta'uun akka muudamu Giyaanii Infaantiinoo deggaraniiru....

Wal- Dorgommii Ispoortii Obbolummaa

  Ispoortiin walitti dhufeenyaafi jireenya hawaasaa keessatti gahee guddaa qaba. Namoonni umurii, amantii, aadaafi sadarkaa jireenyaa adda addaa irraa dhufan walitti fiduun, walitti dhufeenyi isaanii...

 Itoophiyaan Yeroo Jalqabaaf Taphoota Ispoortii Aadaa Afrikaa Qopheessuuf Filatamte

Federeeshiniin Ispoortiiwwan Aadaa Itoophiyaa gaaffiin yeroo dhihoo keessatti dhiheesse miseensummaa Konfedereeshinii Ispoortiiwwan Aadaafi Taphoota Afrikaa biratti fudhatama argachuun ni yaadatama. Federeeshiniin Ispoortiiwwan Aadaa Itoophiyaaf...

Dorgommiin Kontiinentaal Tuurii Itoophiyaan Qophessite

Hojiiwwan gurguddoon seenaa Federeeshinii Atileetiksii Itoophiyaa keessatti ilkaa'ina haaraa galmeessisan torbee kana keessatti raawwatuu jalqabeera. Seenaa Atileetiksii Itoophiyaa keessatti milkaa'inni haaraa kan itti galmaa'u ...

FIFA’n Waancaa Addunyaatiin Biyyoota Hirmaatan Hundaaf  Badhaasa Qopheesse

  Waancaan Addunyaa 2026 jalqabuuf guyyoota 100 hin guunnetu hafee jira. Dorgommii yeroo jalqabaaf biyyoota 48 hirmaachisu kana Ameerikaa, Kaanaadaafi Meeksikootu keessummeessa. Waancaa Addunyaa kana...

Ispoortii Aadaa Hariiroo Uummataa Cimsu

                                       Qajeelchi Aadaa, Turizimiifi Ispoortii Bulchiinsa Sablammii...

  Dhaloota Bara Sanaa

                                  Kubbaan miilaa jaallatamaafi haalaan kan daawwatamudha. Gosni ispoortii...

         Gahee Taphni Qillee  Dagaagina Ispoortii Aadaaf Qabu

Ayyaanni Yaadannoo Dhaloota Iyyasus Kiristoos yeroo dhihaatutti tapha aadaa Qillee taphachuun akka biyyaatti taatee baratamaadha. Umuriin osoo hindaangessiin daa'immanii hanga gaheessootaatti hirmaachisuun Muddee irraa...

            Waancaan Kubbaa Miilaa Afrikaa 2025

Waggaa lamatti al tokko biyyoota miseensota Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa “CAF” gidduutti kan adeemsifamu wal morkiin waancaa kubbaa miilaa Afrikaa 35ffaa magaalaa guddoo Morookoo,...

Ramaddii Waancaa Addunyaa bara 2026

               Sirna baninsa ramaddii Waancaa Addunyaa irratti pireezidaantiin Ameerikaa Doonaaldi Tiraampi Badhaasa Nagaa Fiifaa fudhataniiru. Badhaasni kun pirezidaantii Fiifaa...

Oduu

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo