Ispoortii

Federeeshinii Kubbaa Miilaa Itoophiyaan waggaa waggaan kan gaggeeffamu shaampiyoonaan Liigii Olaanaa Itoophiyaa xumuramuuf taphawwan afur qofatu hafa. Shaampiyoonichi adeemsifamaa kan jiru ramaddii lamaan yoo...

Itoophiyaan Dorgommii Waancaa Afrikaa 2025’tiif Maaliif Darbuu Dadhabde?

Itoophiyaan Waancaa Afrikaa 2025 Morookoon qopheessituuf osoo hin darbin haftetti. Tapha gulaallii Waancaa Afrikaa Bara 2025 adeemsifameen Itoophiyaan Taanzaaniyaa morkachuun 2 fi 0’n mo’amteetti....

Seerri Haaraa Karra Eegdotaaf Bahe

Karra eegdonni kubba qabatanii hanga garee isaaniif kennanii tapha jalqabsiisanitti sekondii saddet qofti kan  eeyyamamuuf ta'uu ajaja. Seerrichi karra eegdonni kubba qabatanii yeroo qisaasessuuf...

Walmorkiin Qananiisaafi Eeliyuud Gidduutti Barootaaf Ture Akkuma Ittifufetti Jira

  Guddinaa Asaffaatiin Maraatooniin addunyaa marsaa 45ffaa bara 2025 keessa Ebla 27 Landanitti eegala jedhamee eegama. Dorgommicha irratti gama dhiirotaan Keeniyaarraa Eeliyuud kippichoogee kan hirmaatu yoo...

Konfedireeshiniin Kubbaa Miilaa Afrikaa Asxaa Waancaa Afrikaa Bara 2025 Ifoomse

Taphni waancaa kubbaa miilaa Afrikaa 35 ffaan bara 2025 qopheessummaa Morokoon kan gaggeeffamudha. Biyyoonni Afrikaa 24 taphicharratti ni hirmaatu jedhamee eegama. Konfedireeshiniin Kubbaa Miilaa...

Barbaachisummaa Sochii Qaamaa

Sochii qaamaa haala idilee ta'een hojjechuun fayyaa qaamaafi sammuu ilma namaaf faayidaa guddaa qaba. Dhukkuboota baay'eerras nama baraara. Sochiilee qaamaa nama hargansiisan kanneen akka...

Leenjiin Atileetiksii Daa'immanii Guyyoota Sadiif Magaalaa Daseetti Gaggeeffamaa Ture Xumurame Leenjiin atileetiksii daa’immanii Federeeshinii Atileetiksii Ityoophiyaan qophaa'e Bulchiinsa  Magaalaa Daseetti Muddee 23/25 bara 2017tti kennamaa...

Luukmaan: Taphataa Urjii Afrikaa

Maatii lammii Naajeeriyaa irraa Landan Kibbaatti kan dhalate Ademoolaa Luukmaan ijoollummaasaa irraa kaasee kubbaa miilaaf jaalala guddaa qaba. Taphataan kun kaalsiiwwan isaa maruun mana...

Biyyoonni Waancaa Afrikaa Bara 2025tiif  Darban Adda Baafaman

Waancaa Afrikaa bara 2025  qopheessummaa Morookoodhaan kan gaggeeffamudha. Dorgommii kana irratti hirmaachuuf biyyoonni ramaddii isaaniin qoodamuun taphachaa turaniiru. Gareewwan hunduu tapha xumuraa rammaddii isaanii...

Itoophiyaan Waancaa Afrikaa Bara 2029 Qopheessuuf Karoorsuu Ibsite

Itoophiyaan dorgommii Waancaa Afrikaa  hundeessuu keessatti qooda guddaa kan gumaachite ta'uun ni yaadatama. Biyyattiin seenaa keessatti Waancaa Afrikaa yeroo sadii kan qopheessite yoo ta'u,...

Oduu

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo