ODUU

Hariiroon Uummataa Gahee Nageenya Waaressuuf Qabu

  ‎Waltajjiin marii bulchiinsa sablammii Oromoo aanaa Jiillee Dhummugaafi aanaalee ollaa godina Shawaa Kaabaa aanaa Efraataa Gidim, aanaa Qawaatiifi Shawaa Roobit waliin dhimma nageenya waaraafi...

Paartileen Siyaasaa Filannoo Marsaa 7ffaaf Qophii Taasisaa Jiru

Filannoon waliigalaa marsaa 7ffaa ji'a Caamsaa keessa akka geggeeffamu ifoomuun ni beekama. Filannoon adeemsifamuun duratti qophiilee dursaa raawwataman keessaa haala seerawaa paartilee mirkaneessuu, ulaagaalee barbaachisoo...

Tajaajilli Iddoo Tokkoo Lammiileen Tajaajila Qulqullina Qabu Akka Argataniif Haala Mijjeessa

  ‎Itti aanaan komishinara Komishinii Siivil Sarvisii Federaalaa, Almaaz Massala, Giddu galli kenniinsa tajaajila iddoo tokkoo lammiileen fedhii tajaajila mootummaa qulqullina qabu sirnaan akka argataniif...

Filannoo Biyyaalessaaf Qooda Fudhattoonni Gahee Murteessaa Bahachuu Qabu

  Boordii Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa Filannoon biyyaalessaa 7ffaa bilisa, haqa qabeessaafi loogii kan hin qabne akka ta’u taasisuu keessatti qooda fudhattoonni gahee murteessaa bahachuu akka...

Giddu-Galli Daldala Ammayyeessuu Danda’u Eebbifame

  Bulchiinsa Magaalaa Kombolchaatti Giddu-galli Oomisha Qonnaafi Gabaa Boorchellee Sadarkaa 2ffaa birrii miiliyoona 120'n ijaarame Eebbifameera. Ministirri Daldalaafi Walitti Hidhaminsa Naannoo Kassahun Goofee (Dr), haasawa...

Mariin Biyyaalessaa Milkaa’inaan Sadarkaa Xumuraa Irra Gahuu Afa-Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa Himan

  Akka Afa-yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa Taaggasa Caafoo jedhanitti, Mariin Biyyaalessaa Itoophiyaa kutaalee hawaasaa hunda hirmaachisee marsaa murteessaafi xumuraa irra ga’eera. Bu’uura Labsii...

Ayyaanni Dhaloota Iyyasuus Kiristoos Magaala Laalibalaatti Dadammaqina Turizimii Uumeera

Ayyaanni dhalachuu Iyyasuus Kiristoos ayyaanota Itoophiyaatti haala hoo’aa ta’en kabajaman keessaa isa tokkodha. Jalabultii ayaanichaa irratti faarfannaan kumaatamaa mana amantaa Ortodoksi Tawaahidoo Itoophiyaan dhiyaate...

Humnoonni Filannoo Nagaa Fudhatan Wabii Jireenyaa Amansiisaa Akka Qabataaniif Hojjetamaa Jira

Dameen bulchiinsaa naannoo Amaaraa waltajjii raawwii gamaaggama karoora ji'oota jahaa geggeesseera. Waltajjicha irratti dhaabbileen damee bulchiinsaa naannoo Amaaraa jalatti argaman gabaasa isaanii ji'oota jahan...

Marii Taasifamaa Jiruun Uummanni Nageenya Naannawa Isaa Akka Eggatu Dubbatan

Hoggantonni olaanoo naannoo Amaaraa magaalota garaagaraatti dhimma waqtaawaa ilaalchisee uummata waliin marii taasisaa jiru. Waltajjiin nageenyaafi misoomaa waloo uummatoota ollaa godina Shawaa Kaabaa magaalaa...

Bulchiinsi Salammii Oromoo Galii Birrii Biiliyoona 1.5 Ol Walitti Qabuuf Hojjechaa Jiraachuu Beeksise

Waajjirri Galii Bulchiinsa Magaalaa Kamisee warraaqsa gibiraafi sagantaa kaffaltoota gibiraa amanamoo ta’aniif beekamtii kennuu geggeesseera. Sagantichaan kaffaltoota gibiraa amanamoo magaalattiif beekamtiin kennameera. Kaffaltoonni gibiraa...

Oduu

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo