ODUU

“Filannoon Waliigalaa Marsaa 7ffaa Hirmaachiisaafi Milkaa’aa Ture” Boordii Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa

Filannoon waliigalaa marsaa 7ffaa Caamsaa 24/2018 adeemsifameera. Kana hordofee Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa sagantaa bu'aa sagalee filannoo Waliigalaa 7ffaa Waxabajjii 14/2014 bu'aa filannichaa ifoomseera. ...

Ameerikaan Hoggantoota ABUT Duraanii fi Maatii Isaanii Irra Qoqqobbii Viizaa Keesse

Ministeerri Dhimma Alaa Amerikaa ABUT fi miseensota dhaabbatichaa nageenya Itoophiyaa booressan irratti labsii qoqqobbii Viizaa dabarseera. Ministeerri Dhimma Alaa Ameerikaa miseensota Adda Bilisa Baasaa...

Naannoo Amaaraatti Biqiltuun Biiliyoona Lamatti Dhihaatu Dhaabbiif Qophaa’e

Naannoo Amaaraatti Sagantaa Ashaaraa magariisaaf biqiltuu biiliyoona tokkoofi miliyoona 700 ol qophaa'aniiru. Sagantaan Ashaaraa Magariisaa hojiiwwan akka biyyaatti xiyyeeffannoo bal’aa argatan keessaa isa tokkodha....

“Filannoo Waliigalaa 7ffaa Gaggeeffameen Itoophiyaan Injifatteetti”, Mana Maree Waloo Paartilee Siyaasaa

Filannoon Waliigalaa 7ffaan Caamsaa 24 bara 2018 gaggeeffame haala nagaa, bilisaafi haqa qabeessummaa qabuun gaggeeffamee xumurameera. Filannichi lammiileen dhiibbaa tokko malee sagalee isaanii bilisaan...

Fooramiin Nageenyaafi Tasgabbii Naannawaa Gaanfa Afriikaa Jigjigaatti Adeemsifame

Naannoo Somaalee, magaalaa Jigjigaa keessatti fooramiin naannawaa nageenyaafi tasgabbii Gaanfa Afrikaa irratti xiyyeeffate gaggeeffameera. Fooramiin kun mata-duree, “Gaanfa Afriikaatti Nageenya Waaraa Mirkaneessuufi Hariiroo Naannawaa...

Gareen Hordoffii Boordichaan Bobbaafame Gabaasa Dhiheesse

Gareen hordoffii boordii filannoo biyyaalessaa Itoophiyaan boobbaafame Filannoo Haala Nageenyaa Naannolee Filannoo Waliigalaa 7ffaan itti gaggeeffamu ilaalchisee gabaasa bal’aa dhiheesseera. ‎ ‎Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa Amajjii...

Riizoortiin Falaga Giyoon Sosochii Turizimii Naannichaa Kan Guddisudha

  Itti aanaan muummicha ministiraa Tamasgeen Xurunah Ikoo Riizoortii Falag Giyoon eebbisaniiru. Sirna eebbaa kanarratti Bulchaan olaanaa Naannoo Amaaraa Araggaa Kabbadaa, Bulchaan olaanaa Naannoo Beenishaangul...

“Nageenya Keenya Ni Cimsina; Diinummaa Ni Balaaleffanna” Hiriira Uummataa Oflaa, Koram, Zaattaafi Naannolee Ollaa

  ‎Bulchiinsa Sablammii Waag-Himiraatti, buqqaatonniifi uummanni naannolee Woflaa, Koram, Zaattaafi Abargellee keessaa walitti dhufuun, gocha diinummaafi jeequmsa garee Adda Bilisa Baasaa Uummata Tigraay (ABUT) balaaleffachuuf...

Naannoo Amaaraatti Qabinsi Ragaa Hojjettoota Mootummaa Ammayyaawaa Jira

  Guddinaa Asaffaatiin Riiformiin tajaajila mootummaafi bulchiinsaa hojiirra erga oole waggoota sadii lakkoofsiseera. Itti gaafatamtuun Biiroo Sivil Sarvisiifi Misooma Qabeenya Humna Namaa Naannoo Amaaraa, Baanchaamlaak Gabramaariyaam...

Mootummaan Naannoo Amaaraa Itoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Waliin Nageenya Waaressuuf Marii’atan

   Bulchaa Ol'aanan Naannoo Amaaraa Araggaa Kabbadaafi Itoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Erviin Maasiingaa Waliin Mari’atan. Bulchaa olaanaan naannoo Amaaraa, obbo Araggaa Kabbadaafi Itoophiyaatti ambaasaaddara Ameerikaa Erviin...

Oduu

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo