Ayyaanni Id Al-Fixir, Ayyaana Waliinii Ta’uun Kabajamu Akka Qabu Abbootiin Amantaa Hubachiisan

Abbootiin amantaa ayyaana, Id
Al Fixir 1445ffaa sababeeffachuun
ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Sheeh Mahaammadsaanii Ahmad
jiraataa magaalaa Kamisee yoo

ta’an, barsiisaa amantaa Islaa-
maati. Baga ayyaana Id Al Fixir

bara Hijiraa 1445 ffaatiin nagaan
isin gahe, Id mubaarak jedhaniiru.

Guyyaan kun ayyaanota gurgud-
doo hawaasni Muslimaa namoota

harka qalleeyyii, firaafi ollaa wa-
jjin wal deggaruun gammachuun

waliin dabarsuu waan taheef, kun
dagatamuu hin qabu jedhaniiru.

Ayyaana Id Al Fixir Uumaan

Oduu

AMECO Hirkoo