Hojiiwwan qaala’insi jireenyaa
akka hir’atan taasisan keessaa tokko,
oomishaafi oomishitummaan akka
dabaluu taasisuudha. Oomishaafi
oomishitummaan akka dabluu ta-
asisuudhaaf immoo galteewwaan
qonnaa ta’an, kanneen akka, xaa’oo,
sanyii filatamaafi meeshaalee qonnaa
ammayyaa ta’an qonnaan bultootaaf
sadarkaa barbaadamuun, dhihees-
suun barbaachiisadha.
Qonnaan bultootnis haala waqta-
awaa irratti hundaa’uun maansaa
isaanii akka qopheeffatan deeggar-
sa ogummaa taasisuun barbaachi-
isadha. Naannoo Amaaraatti waqtii
Arfaasaan, lafa hektaara kuma 239
misoomsuuf karoorfamee gara hojitti