- Advertisement -spot_img

AUTHOR NAME

ahmed

333 POSTS
0 COMMENTS

Mariin Waraana Yuukireen Dhaabuuf Baha Giddu-Galeessaatti Ni Taasifama

Pirezidaantiin Ameerikaa Doonaaldi Tiraampi Pirezidaantii Raashiyaa Vilaadmiir Putiin waliin haala waraana Raashiyaa-Yuukireen dhaabuun danda'amurratti bilbilaan yeroo dheeraa mari'aataniiru. Raashiyaan baatii tokkoof waraanni guutummaatti akka...

Itoophiyaan Dorgommii Waancaa Afrikaa 2025’tiif Maaliif Darbuu Dadhabde?

Itoophiyaan Waancaa Afrikaa 2025 Morookoon qopheessituuf osoo hin darbin haftetti. Tapha gulaallii Waancaa Afrikaa Bara 2025 adeemsifameen Itoophiyaan Taanzaaniyaa morkachuun 2 fi 0’n mo’amteetti....

Cabiinsa Barnootaa Suphuuf Bu’uurarraa Hojjetamaa Jira Akka biyyaatti cabinsi damee barnootaa irratti mudachuun yaadannoo yeroo dhihooti. Kunis rakkoo qulqullina barnootaa eegsisuu dhabuurraan kan madde ta'uutu...

           Nageenyi Milkaa’ina Turiizimiif Murteessaadha

Turizimiin akkuma sochiilee birootti damee nageenyaafi tasgabbii barbaadudha. Guutuu hiruutti gosoonni turizmii hundinuu kan raawwataman yommuu nageenyi jiruttidha.Turizimiin naannawa itti jiraannu irraa fagaachuudhaan imala...

         Mirga itti fayyadama Ulaa galaanaa

Hulaan galaanaa Itoophiyaaf dhimma jiraachuufi jiraachu dhabuuti. Hulaan galaanaa biyyi tokko,  biyya ollaa jirtu waliin yookiin ardii biroo waliin karaa qaama bishaaniin ittiin qunnamtudha....

Maaddii Guutuu

Itoophiyaan biyyoota qabeenya beelladaan sadarkaa addunyaatti beekaman keessaa ishee tokkodha. Kanaan maqaa gaarii qabaattus damichaaf xiyyeeffannoo kennuun hanga barbaadamu irraa fayyadamaa hin turre. Biyyattiin...

Oomishni Qonna Arfaasaa Xiyyeeffannoon Hojjetamuu Qaba

Oomisha qonnaa biyya keenyaa guddisuurratti waqtiin Arfaasaa shoora olaanaa qaba. Oomishni gahaan akka argamuuf gosoota sanyii waqtiin Arfaasaa barbaadu sirriitti adda baasuun barbaachisaadha. Misoomni...

Dhaloota Naamusa Gaarii Qabu Horachuu Keessatti Gaheen Miidiyaa Olaanaa Ta’uun Ibsame

Lammiileen naamusa gaarii akka qabaatan barsiisuun dhaabbilee miidiyaa irraa eegama. Komishiniin naamusaafi farra malaanmaltummaa naannoo Amaaraa gahee dhaabbileen miidiyaa ijaarsa naamusaafi ittisa malaanmaltummaa irratti...

Bulchiinsichi Ayyaana Iid-Alfaxir Haala Duudhaasaa Eeggateen Akka Kabajamuuf Hojjechaa Jira

Baatiin Ramadaanaa hordoftoota amantaa Islaamaa  biratti baatii addaafi eebbifamaadha. Waqtii kana keessa addunyaarraa hordooftoonni amantichaa osoo lafti hin bari’iin dura irraa jalqabee hanga aduun...

Oomisha Qonnaa Arfaasaaf Qophiin Gahaa Taasifamaa Jira

Dinagdeen Itoophiyaa dhiibbantaan 90 ta'u qonna irratti kan hundaa'e akka ta'e ni amanama. Jireenyi Itoophiyanoota harka caaluus hojii  qonnaarratti kan bu'uureeffatedha. Yeroo ammaa Itoophiyaan...

Latest news

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo