- Advertisement -spot_img

AUTHOR NAME

ahmed

476 POSTS
0 COMMENTS

Falmii Biyyoonni Afrikaa Waancaa Addunyaaf Darbuuf Taasisan

Waancaan addunyaa akka lakkoofsa Awuroppaa bara 2026 Ameerikaa, Kanaadaafi Meeksikootiin kan qophaa'udha. Dorgommicha irratti biyyoonni 48 ni hirmaatu jedhamee eegama. Biyyoota 54 kan qabdu...

   Mirga Bilisaan Socho’uu Gufachaa  Dhufe 

Mirgoota uumamaa hedduu qabnu keessaa bilisummaan bakka tokko irraa gara bakka biraatti socho’uun hojjechhuufi jiraachuudha. Waliigalteewwan idil-addunyaafi seeroonni biyya keenyaas mirgoota kana ni mirkaneessu....

   Ayyaanota Dirree: Calaqqee Tokkummaa Uummataa

Itoophiyaan baay’ina uummataa qabduun akka Afirikaatti sadarkaa  lammaffaa irratti kan argamtu yoo ta’u biyyoota sabaafi sab-lammoota hedduu qaban ta’uunis sadarkaa idil-addunyaatti gurra guddaa qabaachuun...

Tumsa Carraa Hojii Dargaggootaaf Uumuuf Taasifamaa Jiru

Dhalli namaa akka namaa  jiraachuuf  wantootni bu’uuraa ta'an, kanneen akka nyaataa, uffataafi bakki jireenyaa isa barbaachisa.  Wantootni bu’uuraa barbaachisan kunneen kan argamuu danda’an immoo...

Mana Murtii Fakkeenyummaa Ta’uu Danda’u Ijaaruuf  Hojjetamaa Jira

Yaa'ii abbootiin seeraa mana murtii naannoo Amaaraa magaalaa Baahir Daaritti adeemsifameera. Yaadooleen yaa'icharratti ka'aaniifi mata dureen marii ittiin gaggeeffamaa ture,  beekuumsaafi dandeettii abbootii seeraa...

Mirgi Hulaa Galaanaa Argachuu Sadarkaa Olaanaatti Guddachuu Pireezidaanti Taayyeen Himan

Tibbana sirni baniinsa bara hojii 6ffaa Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataafi bara hojii 5ffaa Mana Maree Federeeshinii gamtaan geggeeffamuun isaa ni yaadatama. Sirnichaan Pireezidaanti...

Hulaa Galaanaa Nurratti Cufame Argachuuf Yoomiyyuu Caalaa Tokkummaan Dhaabbachuu Gaafata

waggoottan kurnaniif nurratti cufamee ture banuuf tokkummaan dhaabbachuu barbaachisa. Daldalli adunyaa dhibbentaa 80 caalu kan gaggeefamu gejjiba galaanootaani. Biyyoota addunyaa 195 keessaa biyyootni 150...

 Itti Fayyadama Keemikaala Farra Ilbisootaa

Ilbisoota qolachuuf keemikaalonni farra ilbisootaa hojii irra ni oolfamu. Ta'us keemikaalonni galteewwan oomishaafi oomishtummaa dabalan keessatti hammachiifaman kunneen sirnaan itti fayyadamuu baannaan dhala namaa...

  Dhukkuba Busaa Qolachuuf Sochiilee Taasifamaa Jiran

Xumuramuu ji'oota gannaa hordofee waqtiin bonaa yoo dhufu haalli qilleensichaa waan ho'uuf wal hormaata bookee busaaf haala mijataa uuma. Yeroo baay'ee waqtii kanatti dhukkubicha...

Latest news

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo