- Advertisement -spot_img

AUTHOR NAME

ahmed

476 POSTS
0 COMMENTS

Masgiida Xuruusiinaa

Itoophiyaan baay’ina sabaafi sab-lammootaa, aadaafi duudhaa lakkaawamanii hin dhumneefi hawaasni hordoftoota amantaa garagaraa keessa jiraachuun biyya adda durummaan addunyaa irratti gurra guddaa qabdudha. Amantaalee...

Qophii Dursaa: Utubaa Milkaa’ina Egeree

Baroottan darbanitti firiin qormaata seensa yuunivarsiitii galmaa’e rifaatii guddaa uumuun ni yaadatama. Rakkoo kanaaf, bu'uura irraa barnoota irratti hojjechuu hanqachuutu sababeeffama. Rakkoo kana furuuf...

  Tumsa Oomisha Qisaasama Jalaa Baraaruuf Taasifamaa Jiru

Oomisha gahe yeroon sassaabuun qisaasama oomishaa hambisuu bira darbee oomishaafi oomishtummaa dabaluuf kan gumaachudha. Akka ragaan Dhaabbata Nyaataafi Qonnaa Addunyaa (FAO) mul'isutti, Itoophiyaatti oomishni...

Adabbiin Daldaltoota Seeraan Alaa Irratti Fudhatamu Cimee Itti Fufuu Qaba

Waggoota dhihoorraa jalqabee Itoophiyaatti haala hin baratamneen qaala’insi jireenyaa uumamuu danda’eera. Qaala’insa jireenyaatiif sababoonni adda addaa jiraatanis kanneen haala nam-tocheetiin uumamanis jireenyi uummataa daran...

Daldaltoota Seeraan Alaarratti Tarkaanfiin Fudhatamaa Jira

Itoophiyaatti qaala'insi jireenyaa haala itti fufinsa qabuun daran  dabalaa dhufuun, jireenya lammiilee hammaataa taasiseera. Keessattuu, qaala'insa gatii wantoota bu'uuraa hawaasni guyyaa guyyaan fayyadamurratti mul'atu...

AMECO’n Dhaqqabummaa Isaa Bal’isuuf Hojjechaa Jira

AMECO Hibir raawwii hojii waggoottan 20 darbaniifi  hojiiwwan fuula duratti raawwataman ilaalchisee  waltajjii marii gahe qabeessoota waliin magaalaa Addis Ababaatti adeemsiseera. Hirmaattootni waltajjicharratti argaman...

Manni Murtii Olaanaa Naannoo Amaaraa Hojii Teeknooloojiin Deeggaruuf Hojjete Dhaabbilee Birootiif Kaka’umsa Kan Horudha

Naannoo Amaaraatti waltajjiin tumsa abbaa seerummaafi qaamolee haqaa mootummaa naannichaan qophaa'e karoora misooma itti fufaafi guddina ceesisaa bara 2018 hanga 2022'f karoorfame hojii irra...

Simbo Qabeettii Qarqara Haroo Xaanaa

Magaalonni gurguddoo biyya keenyaa haala hundeeffama isaaniin wal qabatee seenaa bal’aa kan qabanidha. Akkuma naannoolee biyya keenyaa adda addaatti magaalonni seenaqabeessa ta’an baay’een isaanii...

Xaa’oo Uumamaa

Oomishaafi oomishtummaa guddisuuf galteewwan qonnaa murteessoo ta’an keessaa tokko xaa’oodha. Xaa’oon haala nam-tolcheefi uumamaan qopheessuun ni danda’ama. Keessumattuu xaa’oon uumamaa gabbina biyyeetiif bu’aa guddaa...

Latest news

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo