Facebook
Instagram
VKontakte
Youtube
SEENSA
Ijoo Dubbii
ODUU
BALBALLOOMII ODUU
MISOOMA
AADAAFI OGUMMAA
HAQAA FI BULCHIINSA
HAWAASUMMAA
ADDUNYAARRAA
Ispoortii
Baafata Hundee
Search
Pulses PRO
Waa’ee Keenya
Facebook
Telegram
Youtube
SEENSA
Ijoo Dubbii
ODUU
BALBALLOOMII ODUU
MISOOMA
AADAAFI OGUMMAA
HAQAA FI BULCHIINSA
HAWAASUMMAA
ADDUNYAARRAA
Ispoortii
Baafata Hundee
SEENSA
Ijoo Dubbii
ODUU
BALBALLOOMII ODUU
MISOOMA
AADAAFI OGUMMAA
HAQAA FI BULCHIINSA
HAWAASUMMAA
ADDUNYAARRAA
Ispoortii
Baafata Hundee
- Advertisement -
AUTHOR NAME
ahmed
531 POSTS
0 COMMENTS
MISOOMA
Dheebuu Nageenyaa Akkamitti Bahuun Danda’ama?
ahmed
-
December 25, 2024
Dhimmi feedhii misoomaafi ijaarsi nageenyaa dhimmoota addunyaa qoraa jiran keessaa warra ijoodha. Lamaanuu walsimanii deemuu baannaan sochiin guddina misooma biyyaa gama hundaan taasifamutu gufata....
Ijoo Dubbii
Mirgi Sosocho’anii Hojjechuu Lammiilee Eegamuu Qaba
ahmed
-
December 25, 2024
Biyya tokko keessatti bakkarraa bakkatti socho'anii hojjechuun mirga qofa osoo hin taane jireenya biyya sanaatifis murtessaadha. Ilmi namaa kan jiraatu yoo socho'uun hojjetedha. Nageenyi...
BALBALLOOMII ODUU
Dhimmoota Bu’uuraalee Marii Milkaa’aa Taasisuuf Hordofamuu Qaban
ahmed
-
December 25, 2024
Mariin rakkoolee akka biyyaatti mudatan karaa nagaan hiikuuf bakka olaanaa qaba. Mariin faayidaa dhunfaa yookiin faayidaa walootiif akkasumsas fedhiiwwan garaagaraa milkeessuuf karoorfame, bakka qaamoleen...
ODUU
‘’Wabiin Fayyaa Gara Hojmaata Dhaabbataatti Dhufuu Qaba’’ Obbo Araggaa Kabbada, Bulchaa Olaanaa Naannoo Amaaraa
ahmed
-
December 25, 2024
Biiroon fayyaa naannoo Amaaraa waltajjii warraaqsa wabii fayyaa hawaasaa gidduu galeefate kan bara 2017 magaalaa Baahir Daaritti eegalchiseera. Sirna baasii humna kaffaluu bu'uura godhate...
ODUU
Naannoo Amaaraatti lafti heektaarri kuma 254 qamadii bonaan misoomaa jira
ahmed
-
December 25, 2024
Jiraattoonni aanaa Arxumma Fursii Ganda Bishee Ededaa kutannoo misooma qamadii bonaaf qaban qabatamaan mul'isaa jiru. Eeggatummaa jalaa bahuuf hawaasni ganda Bishee Eededaa misooma qamadii...
MAXXANSAWWAN DURAANII
Maxxansa Gaazexaa Hirkoo: Muddee 15/2017
ahmed
-
December 24, 2024
download
Ijoo Dubbii
Seenaan Waloo Qabnu Seenessa Waloof Fayyadamuun Tokkummaa Keenya Cimsuu Barbaada
ahmed
-
November 23, 2024
Itoophiyaan biyya afdaneetifi sabdaneetidha. Biyyattiin sabaafi sablammoota 80 caalan of keessaa haammate jirti. Sabaafi sablamootni kunneen seenaa waloo qodattan hedduu ni qabu. Aadaan, amantaan,...
ADDUNYAARRAA
Soomalilaand: Biyya Filannoo Fakkeenyummaa Qabu Taasifte
ahmed
-
November 23, 2024
Filannoo pirezidantummaa Sadaasa 13 bara 2024 Somaalilaand gaggeessiteen kaadhimamaan paartii mormituu Abdirraahimaan Mohaammad Abdullaahii injifachuu Komishiniin Filannoo biyyattii beeksiseera. Kaadhimamaan Paartii Wadaanii Abdirrahimaan Abdullaahiin...
Ispoortii
Biyyoonni Waancaa Afrikaa Bara 2025tiif Darban Adda Baafaman
ahmed
-
November 23, 2024
Waancaa Afrikaa bara 2025 qopheessummaa Morookoodhaan kan gaggeeffamudha. Dorgommii kana irratti hirmaachuuf biyyoonni ramaddii isaaniin qoodamuun taphachaa turaniiru. Gareewwan hunduu tapha xumuraa rammaddii isaanii...
HAWAASUMMAA
Dhukkubni Busaa Maalif Magaalota Keessatti Baballachuu Danda’e?
ahmed
-
November 23, 2024
Afrikaatti dhukkubboota fayyaa ilma namaa daran huban keessaa busaan isa hangafaati. Itoophiyaan biyyoota ardichaa dhukkubichi bal'inaan itti mudatu keessatti eeramti. Haalli teessumma lafaa biyyattii...
1
...
47
48
49
...
54
Page 48 of 54
Latest news
Ameerikaan Waraana Afrikaa Keessaa Dhaabsisuuf Gamtaa Afrikaafi Gamtaa Mootummootaa malaqaan gargaaruu kan cimsitu ta’uu beeksifte
October 10, 2026
Kaabinoota mootummaa haaraatti imaanaa guddaan kennamee jira
October 10, 2026
“Maraan martoo siyaasa afaan qawweetti xumura gochuun barbaachisaadha” Pirezedaantii FDRI Taayyee Atsiqesillaasee
October 10, 2026
Liyoonel Meesiin kabaja maluuf argachuun gaggeeffame
October 10, 2026
October 10, 2026
- Advertisement -
AMECO Hirkoo
SEENSA
Ijoo Dubbii
ODUU
BALBALLOOMII ODUU
MISOOMA
AADAAFI OGUMMAA
HAQAA FI BULCHIINSA
HAWAASUMMAA
ADDUNYAARRAA
Ispoortii
Baafata Hundee