- Advertisement -spot_img

AUTHOR NAME

ahmed

333 POSTS
0 COMMENTS

 Hariiroo Fardaafi Uummata Sablammii Awwii

Fardi jireenya guyyaanii Itoophiyaanotaa wajjiin kan hidhata qabu seenaa baroota dheeraa qaba. Sochiilee hawaasummaafi diinagdee keessatti qofa osoo hin taane, dirree waraanaa irratti hiriiranii...

Tumsa Carraa Hojii Qaama Miidhamtootaaf Taasifame

Rakkoon hoj-dhabdummaa kan biyyoota gudataa jiran qofa osoo hintaane rakkoo sadarkaa addunyaalessaatti mudatudha. Baayi'naan hojii dhabdummaaf kan saaxilaman immoo dargaggootadha. Dargaggeessa hoji dhabaa ta’e...

Gahee Miidiyaan Faayidaa Biyyaalessaa Kabachisuuf Qabu

Addunyaa ammayyaawaa keessatti miidiyaan odeeffannoo kennuun dabalata, biyyootni hedduun  fedhii isaanii kabachiisuuf bal'inaan itti fayyadamu. Fuullee biyya isaanii ijaaruufis biyyootni addunyaa miidiyaadha kan isaan...

       Gibira: Galtee Guddaa Ijaarsa Bu’uura Misoomaaf Oolu

Dhimmi gibiraafi misoomaa waan wal biraa hafu miti. Galiin gibiraa guddina dam-daneessaa biyya tokkoof murteessaadha. Maddoota galii mootummaa keessaa inni guddaan galii gibira lammiilee...

“Imimmaan Abbootii, Haadholiifi Uummata Keenyaa Haquuf Waamicha Mootummaan Taasise Fudhachuun Nagaan Senneerra”  Miseensota Shanee

Nageenyi wabii waan hundaati. Hojjetanii jijjiiramuuf, bahanii galuuf dhalchanii guddisuufi sochii guyyuu dhala namaa keessatti nageenyi gatii guddaa qaba. Waa'ee hojii keenya boru karoorsuu...

Miidiyaaleen  Faayidaa Biyyaalessaa Eegsisurratti Waloon Dhaabbachuu Qabu

Miidiyaan meshaa sab-qunnamtii ammayawaati. Miidiyaan qaqqabamummaa uummata hedduu qaba. Yeroo ammaa miidiyaa idilee dabalatee miidiyaan hawaasummaa hedduun faayidaarra olaa jiru. Biyya tokko keessatti miidiyaan...

  Araarri፡ haloofi jibbiinsa diiguuf humna guddaa qaba

Ayyaanni Dhaloota Iyyasuus Kiristoos Magaalaa Laalibalaatti kabajamee oleera. Kabaja ayyaanaa kanarratti kan argaman afa yaa’iin mana maree naannoo Amaaraa aadde Faantuu Tasfaayee, araarri haaloofi...

“Ittifufinsa Hojii Kunuunsa Qabeenya Uumamaa Cimsuuf Hirmaannaan Hawaasaa Cimuu Qaba” Pirezidaantii Naannoo Amaaraa obbo Araggaa  Kabbadaa

Naannoo Amaaraatti hojiilee misoomaafi eegumsa qabeenya uumamaa hojjechiisuu dandeessisan irratti xiyyeeffachuun ergaan darbeera. Itti gaafatamaan Biiroo Qonnaa Naannoo Amaaraa Dires Saahiluu (Dr) bara baajataa...

Leenjiin Atileetiksii Daa'immanii Guyyoota Sadiif Magaalaa Daseetti Gaggeeffamaa Ture Xumurame Leenjiin atileetiksii daa’immanii Federeeshinii Atileetiksii Ityoophiyaan qophaa'e Bulchiinsa  Magaalaa Daseetti Muddee 23/25 bara 2017tti kennamaa...

  Qaamolee Bu’a Qabeessummaa Barattootaa Duuba Jiran

Meeshaan jabaa icciitii jiijjiiramaa biyyoota gurguddoo baay'een barnootadha.  Kunis milkaa'uu kan danda'eef dhaloota barnootaan bu'aa gaarii galmeessu oomishuu danda'uun isaaniini. Bu'uuruma kanaan, muuxannoon isaan...

Latest news

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo