Facebook
Instagram
VKontakte
Youtube
SEENSA
Ijoo Dubbii
ODUU
BALBALLOOMII ODUU
MISOOMA
AADAAFI OGUMMAA
HAQAA FI BULCHIINSA
HAWAASUMMAA
ADDUNYAARRAA
Ispoortii
Baafata Hundee
Search
Pulses PRO
Waa’ee Keenya
Facebook
Telegram
Youtube
SEENSA
Ijoo Dubbii
ODUU
BALBALLOOMII ODUU
MISOOMA
AADAAFI OGUMMAA
HAQAA FI BULCHIINSA
HAWAASUMMAA
ADDUNYAARRAA
Ispoortii
Baafata Hundee
SEENSA
Ijoo Dubbii
ODUU
BALBALLOOMII ODUU
MISOOMA
AADAAFI OGUMMAA
HAQAA FI BULCHIINSA
HAWAASUMMAA
ADDUNYAARRAA
Ispoortii
Baafata Hundee
- Advertisement -
AUTHOR NAME
ahmed
476 POSTS
0 COMMENTS
AADAAFI OGUMMAA
Jaarsolii Biyyaa: Gaachana Nageenyaa
ahmed
-
July 22, 2025
Qabeenya biyyi tokko qabdu isa guddaadha yoo jennee dhimma wal nama hin sobsiifnedha. Sababni isaas biyyoota aadaaf duudhaa hedduu qaban akka biyya keenya Itoophiyaa...
MISOOMA
Biqiltuuwwan Misoomanii Turaniin Bulchiinsichi Jijjiirama Olaanaa Galmeessise
ahmed
-
July 22, 2025
Rakkoolee jijjiirama qilleensaa wajjin walqabatanii mudachaa jiraniif yeroo baay’ee mancaatii bosonaatu sababeeffama. Rakkoo kana qolachuuf akkuma bakkeewwan biroo Bulchiinsa Sablammii Oromoottis bara baraan biqiltuuwwan...
Ijoo Dubbii
Piroojaktii Abdii Biyyattii Hundi Tumsaan Eeguu Qaba
ahmed
-
July 22, 2025
Yeroo dhihootti piroojaktiin imimmaan uummata baay'ee haquu danda'u hidhni Haromsaa Guddicha Itoophiyaani eebbifama. Addunyaa keenyarratti lageen biyya tokko irraa gara biyya biraatti daangaa qaxxaamuruun...
BALBALLOOMII ODUU
Hidha Abdii Guddaan Irraa Eegamu
ahmed
-
July 22, 2025
Addunyaa keenyarratti lageen biyya tokko irraa gara biyya biraatti daangaa qaxaamuruun ce'an hedduun jiru. Biyyootni Addunyaa hedduunis lageen daangaa ce'aa ta'an kanneen, geejjibaaf, humna...
ODUU
Sirni Bulchiinsa Gibiraa Elektirooniksii Misoomee Hojii irra Oole
ahmed
-
July 22, 2025
Biiroo Galiiwwanii Naannoo Amaaraatti Daarektarri Barnoota Gibiraafi Komunikeeshinii obbo Taazzabaachaw Xaaseh akka jedhanitti, bara baajataa 2018tti kaffaltoota gibiraa sadarkaa “C” gibiraa kaffalchiisuuf hojiiwwan qophii...
ODUU
Dhaabbiilee Poolisii Ammayyeessuun Nageenya Uummata Naannichaa Mirkaneessuuf Hojjetamaa Jira
ahmed
-
July 22, 2025
Dhaabbiilee poolisii ammayyeessuufi rifoormii hojjetamaa jiru bu'aa qabeessa taasisuun nageenya uummata naannoo Amaaraa mirkaneessuun barbaachisaa ta'u ibsameera. Qajeelch poolisii olaanaa waliigalaa naannoo Amaaraa raawwii...
ADDUNYAARRAA
Iraan Ejensii Annisaa Atoomikii Idil addunyaa waliin hojjechuu dhaabuu ishee ifoomsite
ahmed
-
July 9, 2025
Pirezidaantiin Iraan tumsa Ejensii Annisaa Atoomii Idil-addunyaa waliin taasisan addaan kutuu isaanii mirkaneessu danda'u mallatteessaniiru. Haleellaa Israa’eliifi Ameerikaan ji’a darbe dhaabbilee niwukilaraa Iraan irratti...
Ispoortii
Shaampiyoona Atileetiksii Addunyaa Marsaa 20ffaa Hawwiin Eegamu
ahmed
-
July 9, 2025
Waggoota lamatti altokko biyyoota garaagaraatti kan qophaa’u Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa 20ffaan A.L.A Fulbaana 13-21 bara 2025 magaalota Jaappaan, Tokiyoofi Osaakaatti adeemsifamuuf haaldureewwan barbaachisoo raawwatamaa...
HAWAASUMMAA
Faaydaa: Waraqaa Eenyummaa Bu’aa Galmeessisaa Jiru
ahmed
-
July 9, 2025
Itoophiyaatti tajaajilaafi tajaajilamtoota gidduutti wal amantaa, iftoomina ittigaafatamummaafi sadarkaa biyyaalessaatti sirni mijaawaa akka jiraatuuf Waraqaan Eenyummeessaa Dijitaalaa Biyyaalessaa hojiirra ooleera. Innis 'faaydaa' jedhamuun beekama....
HAQAA FI BULCHIINSAATIIN
Itti Fayyadama Baajata Mootummaa
ahmed
-
July 9, 2025
Baajatni galii mootummaafi gahee maallaqaa dhaabbilee adda addaaf hojii raawwachisuudhaaf kan ramadamuudha. Baajatni gibira biyya tokko, liiqaa, deggarsaafi baasii kan of keessatti hammatudha. Biyyi...
1
...
26
27
28
...
48
Page 27 of 48
Latest news
Biyyootni Garee Torbaa (G-7) Fi Gamtaan Awurooppaa Sudaan, Walwaraansi Akka Dhaabatu Magaalaa El-Obeeditti Dhorkaa Meeshaa Waraanaa Labsan
July 22, 2026
Ispeen Shaampiyoonaa Waancaa Addunyaa 23ffaa Taate
July 22, 2026
Dhiyeessii Galchoo Buufata Fayyaa Magaala Kamisee
July 22, 2026
Gahee Jaarsoo Biyyaafi Abbootiin Amantaa Ijaarsa Nageenyaaf Qaban
July 22, 2026
Aadaan Marii Itoophiyaanotaa, Marii Biyyaalessaa Milkeessuuf Ga’ee Qabu
July 22, 2026
- Advertisement -
AMECO Hirkoo
SEENSA
Ijoo Dubbii
ODUU
BALBALLOOMII ODUU
MISOOMA
AADAAFI OGUMMAA
HAQAA FI BULCHIINSA
HAWAASUMMAA
ADDUNYAARRAA
Ispoortii
Baafata Hundee