Facebook
Instagram
VKontakte
Youtube
SEENSA
Ijoo Dubbii
ODUU
BALBALLOOMII ODUU
MISOOMA
AADAAFI OGUMMAA
HAQAA FI BULCHIINSA
HAWAASUMMAA
ADDUNYAARRAA
Ispoortii
Baafata Hundee
Search
Pulses PRO
Waa’ee Keenya
Facebook
Telegram
Youtube
SEENSA
Ijoo Dubbii
ODUU
BALBALLOOMII ODUU
MISOOMA
AADAAFI OGUMMAA
HAQAA FI BULCHIINSA
HAWAASUMMAA
ADDUNYAARRAA
Ispoortii
Baafata Hundee
SEENSA
Ijoo Dubbii
ODUU
BALBALLOOMII ODUU
MISOOMA
AADAAFI OGUMMAA
HAQAA FI BULCHIINSA
HAWAASUMMAA
ADDUNYAARRAA
Ispoortii
Baafata Hundee
- Advertisement -
AUTHOR NAME
ahmed
363 POSTS
0 COMMENTS
Ijoo Dubbii
Mariin Biyyaalessaa Waliigaltee Biyyaalessaa Fiduufi Nageenya Biyyattii Waaressuuf Sirnaan Itti Fayyadamuu Barbaachisa
ahmed
-
February 7, 2025
Itoophiyaan sirna mootummaa yeroo dheeraa qabaattus,hanga ammatti sirni dimookiraasi bu'uuraan ijaaru hin dandeenye. Sirna mootoota keessattis ta'e sirna Dargiin booda angoon siyaasa uummata biyyattiif...
ODUU
Lafa Seeraan Ala Saamame Ture Gara Baankii Lafaa Mootummaatti Deebisiisu Qajeelchi Bulchiinsa Lafaa Bulchiinsa Sablammii Oromoo Beeksise
ahmed
-
February 7, 2025
Bulchiinsi sablammii Oromoo bara baajataa 2017 kurmaanaa 2ffaatti lafa seeraan alaa weeraramee ture heektaara 713 deebisisuuf karoorse hanga ammaatti lafa heektaara 321 deebisisuu qajeelcha...
ODUU
Istuudiyoo AMECO’n Addis Ababaatti Ijaare Walitti Dhufeenya Uummataa Cimsuurratti Gahee Olaanaa Akka Qabu Hoggantoonni Mootummaa Olaanoon Dubbatan
ahmed
-
February 7, 2025
AMECO'n sadarkaa naannoofi biyyaalessaatti heddumina giddu-galeeffachuun afaanota 12n tajaajila odeeffannoo haala si’aanaafi qulqullina qabuun tamsaasuurratti argama. Imala waggoota 30 lakkoofsise keessatti rakkoolee hawaasa keessa...
MAXXANSAWWAN DURAANII
Maxxansa Gaazexaa Hirkoo: Amajjii 30/2017
ahmed
-
February 7, 2025
downloadhttps://drive.google.com/file/d/1LssV3VTwCX-9I8Xa1vaQ0h_V_L9bJFQl/view?usp=sharing
Ispoortii
Barbaachisummaa Sochii Qaamaa
ahmed
-
January 26, 2025
Sochii qaamaa haala idilee ta'een hojjechuun fayyaa qaamaafi sammuu ilma namaaf faayidaa guddaa qaba. Dhukkuboota baay'eerras nama baraara. Sochiilee qaamaa nama hargansiisan kanneen akka...
ADDUNYAARRAA
Pirezidaanti Tiraamp Marsaa Lammaffaaf Aangootti Dhufan Ajajoota Adda Addaa Dabarsan
ahmed
-
January 26, 2025
Amajjii 20/2025 Doonaald Tiramp Pirezdaantii Ameerikaa ta’uun yeroo lammaffaf gara Waayt Hawsiitti seenaniiru. Doonaald Tiraamp ajajoota Pirezidaantummaa malatteessan keessaa Ameerikaan dhaabbata Fayyaa Addunyaafi waliigaltee...
ODUU
“Itoophiyaanotni Durii Garaagarummaa Isaanii Gara Duubaatti Dhiisuun Biyya Itti Fufsiisaniiru’’ Obbo Taaggasa Caafoo
ahmed
-
January 24, 2025
Itoophiyaanootni birmadummaa biyyaa, faayidaafi itti fayyadamummaa uummataa irratti waliigaltee waloo cimsuu akka qaban afa yaa'iin mana maree bakka bu'oota uummataa obbo Taaggasa Caafoon himaniiru....
MAXXANSAWWAN DURAANII
Maxxansa Gaazexaa Hirkoo: Amajjii 15/2017
ahmed
-
January 23, 2025
download
ODUU
Inistiitiyuutiin Fayyaa Naannoo Amaaraa, Bifa Duulaan Yaalii Dhukkuba Busaa Kan Jalqabu Ta’uu Beeksise
ahmed
-
January 23, 2025
Inistiitiyuutiin Fayyaa Naannoo Amaaraa Biiroo Fayyaa naannichaa waliin ta'uun bifa duulaan yaalii dhukkuba busaafi wallaansa kennuuf sosochii taasisuufidha. Duulli sochii yaalaa kun Amajjii 15...
ODUU
“Itoophiyaanotni Durii Garaagarummaa Isaanii Gara Duubaatti Dhiisuun Biyya Itti Fufsiisaniiru’’ Obbo Taaggasa Caafoo
ahmed
-
January 23, 2025
Itoophiyaanootni birmadummaa biyyaa, faayidaafi itti fayyadamummaa uummataa irratti waliigaltee waloo cimsuu akka qaban afa yaa'iin mana maree bakka bu'oota uummataa obbo Taaggasa Caafoon himaniiru....
1
...
27
28
29
...
37
Page 28 of 37
Latest news
Tirampi Sanadoonni UFO fi Qaamoleen Hinbeekamne Samii Keessa Jiran Akka Bahan Taasisuufi
February 25, 2026
Ispoortii Aadaa Hariiroo Uummataa Cimsu
February 25, 2026
Gahee Duudhaaleen Hawaasaa Ijaarsa Nageenyaaf Qaban
February 25, 2026
Hojiirra Olmaa Mirga Dubartootaa
February 25, 2026
Riizoortii Loogoo Haayiq
February 25, 2026
- Advertisement -
AMECO Hirkoo
SEENSA
Ijoo Dubbii
ODUU
BALBALLOOMII ODUU
MISOOMA
AADAAFI OGUMMAA
HAQAA FI BULCHIINSA
HAWAASUMMAA
ADDUNYAARRAA
Ispoortii
Baafata Hundee