- Advertisement -spot_img

AUTHOR NAME

ahmed

476 POSTS
0 COMMENTS

Hariiroo Obbolummaa Cimsuun Nageenya Waaraa Fiduuf Murteessaadha

  Hariiroo uummataa cimsuun nageenya waaraa, misoomaafi sirna dimookiraasii mirkaneessuu keessatti gahee olaanaa qaba.  Hariiroo uummata cimsuun obbolummaa dagaagsuu;  firooma jabeessuu, jaalalaafi walqixxummaan jiraachuudha. Miira...

Duudhaa Araaraa: Furmaata Waldhabdee Dhala Namaa

                                     Arrabaaf ilkaan iyyuu walitti bu’aa jiraata. Dhagaafi...

  Kamisee: Magaalaa Guddina Ishee Arifachiisaa Jirtu

  Magaalaan Kamisee akkuma magaalota biyyattii kanneen biroo yeroodhaa yerootti saffisaan babal’achuutti argamti. Babal'inni magaalattiif uwwisni bu'uuraalee misoomaa ishee walgituu dhabuun akka muka Qilxuu dhagaa...

Qunceen Wal-gargaartee Arba Hiiti

         Jiruufi jireenya kamiyyuu keessatti hirmaannaan hawaasichaa murtessaadha. Hojiilee mootummaan raawwatu keessattis gaheen hawaasichaa hangana kan jedhamuu miti.  Guddina nama dhuunfaarraa eegalee...

Naannichi Akka Tasgabaa’uu Taasisuu Keessatti Gaheen Hoggansi  Dubartootaa Olaanaa Ture

  Naannichi gara haala tasgaba'aatti akka dhufuu taasisuu keessatti gahee hoggansi dubartootaa olaanaa ture jedhan itti gaafatamaan paartii Badhaadhina damee naannoo Amaaraa obbo Yirgaa Sisaay. ...

Dhaabbilee Hawaasummaa Mancaasuun Uummataaf Yaaduu Dhaabuu Kan Mirkaneessudha

  Aanaa Arxummaa Fursiitti jiraattota kilaastara Fursii waliin mariin geggeeffameera. Gandoonni kilaastarichaa hidhattoota seeraan alaan rakkoof saaxilamaa turan hedduun yeroo ammaa hojii qindoominaa raayyaa ittisa...

Uummata Hirmaachisuun Nageenyi Waaraa Akka Dhufu Ni Taasisa

  Guddinaafi misooma biyya tokkootiif nageenyi waan hunda caalaa murteessaadha. Bilisummaan bahanii galuuf, bakka barbaadan jiraachuufi hojjetanii jijjiiramuuf gatiin nageenya maalumaanuu hin shallagamu; sadarkaafi safartuus...

Maxxansa Gaazexaa Hirkoo: Waxabajjii 15/10/2017

https://drive.google.com/file/d/1-VaY7fznwCNlt-zYoZRk2phyP5sTFV-O/view?usp=drive_link

Carraaqqii Rakkoo Kenniinsa Tajaajilaa Furuuf Taasifamaa Jiru

Rakkoon kenninsa tajaajilaa waajjiraalee mootummaa hedduu biratti kan mul’atu ta’us waajjiraalee hojii kallattiin abbaan dhimmaa itti baay’atu biratti akka hammaatu ni ibsama. Biyya tokko...

Duuressa Addunyaa Qabeenya Isaa Caalmaan Afrikaaf Kennuuf Murteesse

Biil Geetis 'Maayikiroosooftii' hundeessuufi duuressa addunyaa ta'uun kan beekamudha. Akkasuma haadha manaa isaa wajjin ta’uun hojii tola ooltummaa hojjetuun baay'ee beekama. Geetis Waashiingtan keessatti Akka lakkoofsa Awuroppaa Onkololeessa...

Latest news

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo