Facebook
Instagram
VKontakte
Youtube
SEENSA
Ijoo Dubbii
ODUU
BALBALLOOMII ODUU
MISOOMA
AADAAFI OGUMMAA
HAQAA FI BULCHIINSA
HAWAASUMMAA
ADDUNYAARRAA
Ispoortii
Baafata Hundee
Search
Pulses PRO
Waa’ee Keenya
Facebook
Telegram
Youtube
SEENSA
Ijoo Dubbii
ODUU
BALBALLOOMII ODUU
MISOOMA
AADAAFI OGUMMAA
HAQAA FI BULCHIINSA
HAWAASUMMAA
ADDUNYAARRAA
Ispoortii
Baafata Hundee
SEENSA
Ijoo Dubbii
ODUU
BALBALLOOMII ODUU
MISOOMA
AADAAFI OGUMMAA
HAQAA FI BULCHIINSA
HAWAASUMMAA
ADDUNYAARRAA
Ispoortii
Baafata Hundee
- Advertisement -
AUTHOR NAME
ahmed
363 POSTS
0 COMMENTS
AADAAFI OGUMMAA
Hariiroo Fardaafi Uummata Sablammii Awwii
ahmed
-
January 23, 2025
Fardi jireenya guyyaanii Itoophiyaanotaa wajjiin kan hidhata qabu seenaa baroota dheeraa qaba. Sochiilee hawaasummaafi diinagdee keessatti qofa osoo hin taane, dirree waraanaa irratti hiriiranii...
HAWAASUMMAA
Tumsa Carraa Hojii Qaama Miidhamtootaaf Taasifame
ahmed
-
January 23, 2025
Rakkoon hoj-dhabdummaa kan biyyoota gudataa jiran qofa osoo hintaane rakkoo sadarkaa addunyaalessaatti mudatudha. Baayi'naan hojii dhabdummaaf kan saaxilaman immoo dargaggootadha. Dargaggeessa hoji dhabaa ta’e...
BALBALLOOMII ODUU
Gahee Miidiyaan Faayidaa Biyyaalessaa Kabachisuuf Qabu
ahmed
-
January 23, 2025
Addunyaa ammayyaawaa keessatti miidiyaan odeeffannoo kennuun dabalata, biyyootni hedduun fedhii isaanii kabachiisuuf bal'inaan itti fayyadamu. Fuullee biyya isaanii ijaaruufis biyyootni addunyaa miidiyaadha kan isaan...
MISOOMA
Gibira: Galtee Guddaa Ijaarsa Bu’uura Misoomaaf Oolu
ahmed
-
January 23, 2025
Dhimmi gibiraafi misoomaa waan wal biraa hafu miti. Galiin gibiraa guddina dam-daneessaa biyya tokkoof murteessaadha. Maddoota galii mootummaa keessaa inni guddaan galii gibira lammiilee...
HAQAA FI BULCHIINSAATIIN
“Imimmaan Abbootii, Haadholiifi Uummata Keenyaa Haquuf Waamicha Mootummaan Taasise Fudhachuun Nagaan Senneerra” Miseensota Shanee
ahmed
-
January 23, 2025
Nageenyi wabii waan hundaati. Hojjetanii jijjiiramuuf, bahanii galuuf dhalchanii guddisuufi sochii guyyuu dhala namaa keessatti nageenyi gatii guddaa qaba. Waa'ee hojii keenya boru karoorsuu...
Ijoo Dubbii
Miidiyaaleen Faayidaa Biyyaalessaa Eegsisurratti Waloon Dhaabbachuu Qabu
ahmed
-
January 23, 2025
Miidiyaan meshaa sab-qunnamtii ammayawaati. Miidiyaan qaqqabamummaa uummata hedduu qaba. Yeroo ammaa miidiyaa idilee dabalatee miidiyaan hawaasummaa hedduun faayidaarra olaa jiru. Biyya tokko keessatti miidiyaan...
ODUU
Araarri፡ haloofi jibbiinsa diiguuf humna guddaa qaba
ahmed
-
January 11, 2025
Ayyaanni Dhaloota Iyyasuus Kiristoos Magaalaa Laalibalaatti kabajamee oleera. Kabaja ayyaanaa kanarratti kan argaman afa yaa’iin mana maree naannoo Amaaraa aadde Faantuu Tasfaayee, araarri haaloofi...
ODUU
“Ittifufinsa Hojii Kunuunsa Qabeenya Uumamaa Cimsuuf Hirmaannaan Hawaasaa Cimuu Qaba” Pirezidaantii Naannoo Amaaraa obbo Araggaa Kabbadaa
ahmed
-
January 11, 2025
Naannoo Amaaraatti hojiilee misoomaafi eegumsa qabeenya uumamaa hojjechiisuu dandeessisan irratti xiyyeeffachuun ergaan darbeera. Itti gaafatamaan Biiroo Qonnaa Naannoo Amaaraa Dires Saahiluu (Dr) bara baajataa...
Ispoortii
ahmed
-
January 11, 2025
Leenjiin Atileetiksii Daa'immanii Guyyoota Sadiif Magaalaa Daseetti Gaggeeffamaa Ture Xumurame Leenjiin atileetiksii daa’immanii Federeeshinii Atileetiksii Ityoophiyaan qophaa'e Bulchiinsa Magaalaa Daseetti Muddee 23/25 bara 2017tti kennamaa...
HAWAASUMMAA
Qaamolee Bu’a Qabeessummaa Barattootaa Duuba Jiran
ahmed
-
January 11, 2025
Meeshaan jabaa icciitii jiijjiiramaa biyyoota gurguddoo baay'een barnootadha. Kunis milkaa'uu kan danda'eef dhaloota barnootaan bu'aa gaarii galmeessu oomishuu danda'uun isaaniini. Bu'uuruma kanaan, muuxannoon isaan...
1
...
28
29
30
...
37
Page 29 of 37
Latest news
Tirampi Sanadoonni UFO fi Qaamoleen Hinbeekamne Samii Keessa Jiran Akka Bahan Taasisuufi
February 25, 2026
Ispoortii Aadaa Hariiroo Uummataa Cimsu
February 25, 2026
Gahee Duudhaaleen Hawaasaa Ijaarsa Nageenyaaf Qaban
February 25, 2026
Hojiirra Olmaa Mirga Dubartootaa
February 25, 2026
Riizoortii Loogoo Haayiq
February 25, 2026
- Advertisement -
AMECO Hirkoo
SEENSA
Ijoo Dubbii
ODUU
BALBALLOOMII ODUU
MISOOMA
AADAAFI OGUMMAA
HAQAA FI BULCHIINSA
HAWAASUMMAA
ADDUNYAARRAA
Ispoortii
Baafata Hundee