- Advertisement -spot_img

AUTHOR NAME

ahmed

476 POSTS
0 COMMENTS

Qayyaafi Faayidaa Isaa

  Miidhagina yeroo jedhamu, ulaagaalee hedduu qabaachuu kan maludha. Tarii Uumaan ganamumaan simbo-qabeettii /qabeessa/ taasisuun kan uumuufi inni biraan ammoo erga of baranii guddatanii booda...

  Hidha Haaromsaa Guddicha Itoophiyaanota Tokkoomse

         Itoophiyaan qabeenya uumamaa qabduun misoomuuf fedhii guddaa qabaachaa turuun ishee ifadha. Garuu, hiyyummaafi dhiibbaa alaan irratti taasifamaa ture irraa kan ka’e...

  Hojii Qonnaa Cimsuuf Qonnaan Bulaa Cimsuun Murtessaadha

                Qonna ammayyeessuufi gara diinagdee indastiriitti ceesisuuf, qonnaan bulaa deggaruun baay'ee murtessaadha. Hojiin qonnaa kan ammayyaa'u yeroo qonnaan...

Galtee Qonnaa Yeroon Qonnaan Bulaa Biraan Gahuuf Hojjetamaa Jiraachuu Ibsame

  Waqtii gannaa seenuun walqabatee qonnaan bulaan ooyiruu isaa qotee gosoota sanyii garaagaraan uuwwisuun, wabii miidhaan nyaataa mirkaneessuuf tattaaffii olaanaa taasisaa jira. Naannoon Amaaraa haala...

Itoophiyaan Pirojaktoota Gurguddoo Ijaaraa Turte Ji’a Fulbaanaatti Ni Eebbisisti

  Piroojeetiwwan gurguddoo  guddina biyyattif murteessoo ta'an baatii Fulbaana dhufuu keessatti eebbifamuun guutummaan guutuutti gara hojiitti akka galan ministirri muummee Abiy Ahimad (Dr) dubbataniiru. Ministirri...

Naannichatti Nageenya Amansiisaa Mirkaneessuuf Hunduu Gaheesaa Bahachuu Akka Qabu Ibsame

    Haala qabatamaa nageenya naannoo Amaaraa ilaalchisee biiroon nageenyaafi callisaa naannichaa, hidhattoota duraanii waamicha nageenyaa fudhatan waliin marii taasiseera. Dhuma Adoolessaa bara 2015 irraa eegalee...

Hulaan Hormuz Yoo Cufame Addunyaarratti Dhiibbaa Akkamiitu Uumamuu Danda’a?

  Waraanni Israa’eliifi Iraan giddutti baname addunyaa keenya sodaa keessa galcheera. Hulaan Hormuz hulaa Iraaniifi Omaan gidduu jirudha. Seensaafi bahuun isaa naannoo kiilomeetira 50 kan...

Garee Biyyaalessaa Dorgomaa Uumuuf  Xiyyeeffannoon Kennamaa Jira

  Itoophiyaan dorgommii Waancaa Afrikaa hundeessuu keessatti qooda guddaa kan gumaachite ta’uun ni yaadatama. Biyyattiin Waancaa Afrikaa yeroo sadii kan qopheessite yoo ta’u, erga bara...

  Qophii Qormaataa Xiiqiin  Guutame 

                           Bara 2015tti firiin qormaata seensa yuunivarsiitii galmaa'ee rifaatii guddaa uumee turuun ni...

Latest news

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo