- Advertisement -spot_img

AUTHOR NAME

ahmed

476 POSTS
0 COMMENTS

Dargaggoo Teenisa Minjaalaan Maqaa Biyya Isaa Waamsise

Dargaggoo Daraaraa Makonnin ijoollummaa isaatti abbaafi haadha isaa du'aan dhabe. Barnoota idilee kutaa saddettaffaatti adda kutuufis dirqame. Waggoota torbaaf daandii gubbaa jiraateera. Dargaggoo Wallagga...

Waqtii Fayyaa Ofii Eeggachuun Itti Barbaachisu

Qonnaan bultootaafi horsiiseWaqtii Fayyaa Ofii Eeggachuun Itti Barbaachisu Qonnaan bultootaafi horsiise bultoota biratti waqtiin gannaa waqtiilee jiran keessaa hundaa olitti waqtii filatamaa ta'uunsaa beekamaadha. Sababni...

Gahee Afoolli Hariiroo Hawaasaa Cimsuuf Qabu

Bara sirni barreeffamaa hin jirre, hawaasni jiruufi jireenya isaa keessatti itti dhimmi bahaa kan turedha; har’as hawaasa keessatti itti gargaaramuu irratti kan argamu yoo...

Misooma Ashaaraa Magariisaa

Jijiirama qilleensaa addunyaa qoraa jiruuf ka’umsi ijoon mancaatii bosonaati. Maddi rakkichaa biyyoota indaastiriin guddatan ta'us garuu, irrajireessaan rakkichaaf saaxilamoon biyyoota guddataa jiranidha. Addunyaan rakkoo...

Haala Itti fayyadama Keemikaala Farra Ilbisootaa Xiyyeeffannoo Barbaadu

Ogeessonni damee qonnaa, qonnaan bultoonni tajaajila adda addaa damee qonnaaf oolu haalaan itti fayyadamuufi erga dhimma itti bahanii booda maqsuu irratti of eeggannoo gochuu...

         Damee fayyaa foyyeessuuf hojjetamaa jira

‘’Tajaajjilli fayyaa ogummaa qofa osoo hin taane,  hojii hafuuraallee kan of keessatti hammatudha’’ jedhan itti aanaan bulchaa olaanaa naannoo Amaaraa Abduu Huseen(Dr) Biiroon fayyaa...

Hidhattoonni Duraanii Karaa Nagaan Dhufan Mootummaa Waliin Ta’uun Nageenya Kabachiisaa Jiru

Itoophiyaatti rakkoon nageenyaa waggoota darbaniitti, kutaalee biyyattii garaagaraatti mudate miidhaa hawaasummaa, diinagdeefi siyaasaa  guddaa dhaqqabsiseera; qabeenya biyyattii hedduu barbadeesseera, maatii bittineseera, akkasumas buqqaatii fiduun...

    Karaan Nagaa Yomiyyuu Filatamaadha

Itoophiyaatti waggoota dhihoo asitti qaamoleen seeraan alaan hidhatanii socho’an lammileerratti miidhaa olaanaa dhaqqabsisaniiru. Lubbuun lammiilee baay’ee darbeera; namoonni baay’een qaamni isaanii hir’uu ta’eera; qabeenyi...

Garee Waggoota 40’f Hidhannoon Qabsaa’ee Diigamuuf Murteesse

Paartii Hojjetoota Kurdistaan ​​(PKK) akka lakkofsa Awuroppaa bara 1974 akka dhaabbata Maarkisistii–Leeniiniitti hoggansa Abdullaahii Okalan jalatti kan jalqabedha.  Bara 1978 dhaabbatichi maqaa "Paartii Hojjetoota...

Latest news

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo