Facebook
Instagram
VKontakte
Youtube
SEENSA
Ijoo Dubbii
ODUU
BALBALLOOMII ODUU
MISOOMA
AADAAFI OGUMMAA
HAQAA FI BULCHIINSA
HAWAASUMMAA
ADDUNYAARRAA
Ispoortii
Baafata Hundee
Search
Pulses PRO
Waa’ee Keenya
Facebook
Telegram
Youtube
SEENSA
Ijoo Dubbii
ODUU
BALBALLOOMII ODUU
MISOOMA
AADAAFI OGUMMAA
HAQAA FI BULCHIINSA
HAWAASUMMAA
ADDUNYAARRAA
Ispoortii
Baafata Hundee
SEENSA
Ijoo Dubbii
ODUU
BALBALLOOMII ODUU
MISOOMA
AADAAFI OGUMMAA
HAQAA FI BULCHIINSA
HAWAASUMMAA
ADDUNYAARRAA
Ispoortii
Baafata Hundee
- Advertisement -
AUTHOR NAME
ahmed
333 POSTS
0 COMMENTS
Ijoo Dubbii
Hammattummaa Manni Maree Naannoo Amaaraa Naannolee Biroonis Hojiirra Ooluu Qaba
ahmed
-
October 25, 2024
Itoophiyaan biyyaa afdaneettiifi sabdaneettii taatedha. Naannoleen hundi uummata sabdaneessa ta’e of keessaa qabu. Itoophiyaan caaseffama mootummaafi siyaasa hordoftus biyya sabdaneessummaa qabaniif kan oolu sirna...
MISOOMA
Tumsi Dhiyeessi Galtee Omishtummaa Dabalaniifi Farreen Midhaanii To’ataniif Taasifame
ahmed
-
October 25, 2024
Qonni ooyiruu sanyiif qopheessuurraa hanga oomisha calleessuutti adeemsa keessa darbudha. Gosoonni midhaan garaagaraa waqtii gannaa faca'an kunuunsaafi hordoffii addaa barbaadu. Kun hojiirraa oolaan ooyiruu...
Ispoortii
Garee Biyyaalessichaa Maaltu Danqe Laata?
ahmed
-
October 25, 2024
Gareen kubbaa miilaa biyyaalessaa Itoophiyaa taphoota gulaallii Waancaa Afrikaa bara 2025 ramaddii isaa keessaa sadarkaa dhumaa qabachuun goolabeera. Garichi taphoota afur gitootasaa Taanzaaniyaa, Ripaabilika...
BALBALLOOMII ODUU
Barattootni Kuma 160 Ol Barnoota Isaanii Hordofaa Jiraachuu Qajeelchi Barnootaa Bulchiinsa Sablammii Oromoo Ibse
ahmed
-
October 25, 2024
Barnootni guddina biyya tokkoof gumaacha olaanaa qaba. Ijaarsi biyya tokko galma gahuu kan danda'u, bu'uura hojiilee hundaa kan ta'e barnoota irratti ciminaan yoo hojjetamuu...
ODUU
Dhukkuba Busaa Naannichatti dabalaa dhufe Qolachuuf hunduu Tumsuu akka Qabu Waamichi Dihaate
ahmed
-
October 25, 2024
Karoora Dhukkuba busaa dhabamsiisuuf karoorfame hojiirra oolchuuf Biiroon Fayyaa Naannoo Amaaraafi Inistiitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa naannoo Amaaraa qooda fudhattoota biroo waliin ta’uun ittisa dhibee busaarratti...
HAQAA FI BULCHIINSAATIIN
Hammaachisummaan Manni Maree Naannoo Amaaraan Fakeenyummaa Naannoolee Biroof Qabu
ahmed
-
October 25, 2024
Sirni federaalizimii, mootummootni naannoolee walitti dhufanii sirna isaan ijaaratani yoo ta'u, aadaa, afaaniifi eenyummaadhaaf beekamti kan kennu, kan jajjabeessuufi kan guddisuudha. Ka'umsi caasaa sirna...
ADDUNYAARRAA
Chaayinaan Gandoota Afrikaa Kuma 10 Itti Fayyadamoo TV Dijitaalaa Taasifte
ahmed
-
October 25, 2024
Chaaynaan gandoota Afrikaa fagoo ta'an itti fayyadamoo TV dijitaalaa Taasifteetti. Hoggantoonni Afrikaa biyyoota garaagaraa wal ga'ii Chaayinaafi Afrikaa gidduutti tibbana magaalaa guddoo biyyattii Beejiingitti...
AADAAFI OGUMMAA
Birraa Fi Abdii Isaa
ahmed
-
October 25, 2024
"Hoo yaa birraa birraan bari'e Farda binna yaa ijoollee" dargaggootatu walaloo sirbaatiin kana jedha; yommuu birraan bari'u lafti qooreefi magariisa uffatee, lalisee tole waan...
HAWAASUMMAA
Itoophiyaan Dhukkubni Maaree Jaldeessaa Gara Isheetti Akka Hin Seenne Hojjechaa Jirti
ahmed
-
October 25, 2024
Dhaabbata Fayyaa Addunyaan balaa fayyaa hamaa ta'ee kan labsame, dhukkubni Maaree Jaldeessaa (monkeypox) dhukkuba daddarbaa vaayirasii gosa ‘Orthopox’ jedhamu irraa kan dhufudha. Vaayirasiin dhibichaa...
ODUU
Biiroon Hojiifi Leenjii Naannoo Amaaraa kurmaana 1ffaatti Lammiilee Kuma 64 Oliif Carraa Hojii Uumuu Beeksise
ahmed
-
October 25, 2024
Naannoo Amaaraatti bara baajataa 2017 kurmaana tokkoffaatti karoora qabame keessaa lammiilee kuma 64 fi 688 carraan hojii dhaabbataafi yeroo uumamu biiroo hojiifi leenji naannoo...
1
...
29
30
31
...
34
Page 30 of 34
Latest news
Seera Idil-addunyaafi Dhimma Nikolaas Maaduroo
January 10, 2026
Pirojaktii Ijaarsa Jallisii Qonnaan Bultoonni Hawwiin Eegaa Jiran
January 10, 2026
Aflaatooksiniin Maali?
January 10, 2026
Galii Gibiraa: Bu’uura Misoomaa
January 10, 2026
January 10, 2026
- Advertisement -
AMECO Hirkoo
SEENSA
Ijoo Dubbii
ODUU
BALBALLOOMII ODUU
MISOOMA
AADAAFI OGUMMAA
HAQAA FI BULCHIINSA
HAWAASUMMAA
ADDUNYAARRAA
Ispoortii
Baafata Hundee