- Advertisement -spot_img

AUTHOR NAME

ahmed

476 POSTS
0 COMMENTS

Pirojakatii Bishaan Daakuu Abdiin Eegamu

Ispoortiiwwan magaalaan Baahir Daar kanaan dura ittiin beekamtu keessaa ispoortiin bishaan daakuu isa tokkodha.  Waggoota darban keessa atileetonni milkaa’oo dorgomanii naannoofi biyya keenya bakka...

Duudhaalee Keenya Gochaan Agarsiisuu

Itoophiyaatti iddoolee garaagaraatti duudhaaleen hariiroo uummattoota cimsaniifi yeroo waldhabdeen uumamu karaa nagaan akka hiikaman kan dandeessisan hedduun jiru.  kunis adda durummaan amalaafi ilaalcha gaarii...

Faaydaa: Waraqaa Eenyummaa Dijitaalawaa Biyyaalessaa

Addunyaa irratti Waraqaan Eenyummaa Biyyaalessaa hojiirra ooluunsaa bubbuleera. Biyyoota ardii biroo dhiifnee biyyootuma Afrikaa keessaa kanneen akka Gaanaa, Ruwaandaafi Afrikaan Kibbaa erga hojiirra oolchan...

  Haal-duree Gaa’ilaa Hawaasa Bulchiinsa Sablammii Oromoo

Baayina namootaa har’a dachee kana irra jiraachaa jiraniifi, gara dachee kanaatti dhufuuf qophii irra jiraniif sababa isa hangafaati. Ilma namaatiifis jiruuf jireenya inni lafa...

Adeemsa Baay’isa Sanyii Filatamaa

Baay’inni uummataa bakka jiruutti, wabii midhaan nyaataa mirkaneessuun sanyii filatamaa ala hin yaadamu. Oomishaafi oomishtummaanis kan dabalu sanyii filatamaa qulqullina olaanaa qabutti yoo dhimma...

Waamicha Nageenyaa Qaamolee qabsoo hid hannoo keessa jiraniif taasifamaa jiruf sirnaan gara hawaasaatti makufi deebisanii dhaabu barbaada

Itoophiyaa keessatti Jaarraa walakkaaf shiirri siyaasaafi qabsoon hidhanno biyyattiin maraammartoo waraanaafi jeequmsa keessa akka turtuu taasiseera. Kunis gaaga’ama lubbuu lammilee hedduufi hiyyummaaf nu saaxileera....

Godaansi Seeraan Alaa Rakkoo Hawaasummaafi Dinagdee Fidaa Jira

Godaansi seeraan alaa addunyaa keenyaaf bowoo mataa ta'a dhufeera. Namootni biyya isaanii keessatti, hojjatanii jiraachuuf haala mijataa ta'e dhabuutiin, jireenya fooyyaa'a barbaacha biyya tokko...

‘’Sochiin Hojii Qonnaan Bultoota Aanaa Baatee Kanneen Biroof Muuxannoo Kan Ta’udha’’ Ittaanaa Bulchaa Olaanaa Naannoo Amaaraa Abduu Huseen (Dr.)

Ittaanaa Bulchaa Olaanaa Naannoo Amaaraa Abduu Huseen (Dr.)fi hoggantoonnni olaanoo biroon aanaa Baateetti gandoota fuduraafi muduraan misoomsan daawwataniiru. Qonnaan bultuun aanaa Baatee ganda Caqortii...

Hidhattoota Karaa Nagaa Deebi’aniif Leenjii Haaromsaa Kennuun Gara Hawaasaatti Akka Makaman Taasifamaa Jira

Itoophiyaatti Qabsoon hidhannoon deeggarame taasifamu, biyyattiin rakkoo guddaa keessa akka seentu taasiseera. Laammiilee ishee irrattis miidhaa hamaa dhaqqabsiseera. Qaamoleen "gaaffii uummatni keenya barootaaf gaafataa...

Latest news

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo