- Advertisement -spot_img

AUTHOR NAME

ahmed

333 POSTS
0 COMMENTS

Adabbiin Daldaltoota Seeraan Alaa Irratti Fudhatamu Cimee Itti Fufuu Qaba

Waggoota dhihoorraa jalqabee Itoophiyaatti haala hin baratamneen qaala’insi jireenyaa uumamuu danda’eera. Qaala’insa jireenyaatiif sababoonni adda addaa jiraatanis kanneen haala nam-tocheetiin uumamanis jireenyi uummataa daran...

Daldaltoota Seeraan Alaarratti Tarkaanfiin Fudhatamaa Jira

Itoophiyaatti qaala'insi jireenyaa haala itti fufinsa qabuun daran  dabalaa dhufuun, jireenya lammiilee hammaataa taasiseera. Keessattuu, qaala'insa gatii wantoota bu'uuraa hawaasni guyyaa guyyaan fayyadamurratti mul'atu...

AMECO’n Dhaqqabummaa Isaa Bal’isuuf Hojjechaa Jira

AMECO Hibir raawwii hojii waggoottan 20 darbaniifi  hojiiwwan fuula duratti raawwataman ilaalchisee  waltajjii marii gahe qabeessoota waliin magaalaa Addis Ababaatti adeemsiseera. Hirmaattootni waltajjicharratti argaman...

Manni Murtii Olaanaa Naannoo Amaaraa Hojii Teeknooloojiin Deeggaruuf Hojjete Dhaabbilee Birootiif Kaka’umsa Kan Horudha

Naannoo Amaaraatti waltajjiin tumsa abbaa seerummaafi qaamolee haqaa mootummaa naannichaan qophaa'e karoora misooma itti fufaafi guddina ceesisaa bara 2018 hanga 2022'f karoorfame hojii irra...

Simbo Qabeettii Qarqara Haroo Xaanaa

Magaalonni gurguddoo biyya keenyaa haala hundeeffama isaaniin wal qabatee seenaa bal’aa kan qabanidha. Akkuma naannoolee biyya keenyaa adda addaatti magaalonni seenaqabeessa ta’an baay’een isaanii...

Xaa’oo Uumamaa

Oomishaafi oomishtummaa guddisuuf galteewwan qonnaa murteessoo ta’an keessaa tokko xaa’oodha. Xaa’oon haala nam-tolcheefi uumamaan qopheessuun ni danda’ama. Keessumattuu xaa’oon uumamaa gabbina biyyeetiif bu’aa guddaa...

Sirna Nyaataa Madaalawaa Daa’immanii

Daa'imman yeroo dhalatan irraa jalqabee hanga ji'a jahaatti harma haadhaa qofa hoosisuun ni gorfama. Harma qofa hoosisuu jechuun daa'imman hanga ji'a jahaa guutanitti bishaan...

Gahee Hayyuuleen Tumsa Hulaa Galaanaa Argachuuf Taasifamurratti Qaban

Itoophiyaan biyyoota hulaa galaanaa hin qabne 44 keessa baay'inaa uummataatiin biyya adda duree taatedha. Ragaaleen garaagaraa akka agarsisaniitti waggoottan 30'n darabanitti baay'ina uummata guddaa...

Buufanni Xiyyaaraa Kaartum Irra Deebiin Tajaajila Balalii Jalqabe

Buufanni Xiyyaaraa Idil-addunyaa Kaartum waggoota lamaaf sababa waraanaan tajaajila balalii isaa idilee addaan kutee turuun ni yaadatama. Haata'u malee, bulchiinsi buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa...

Latest news

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo