- Advertisement -spot_img

AUTHOR NAME

ahmed

531 POSTS
0 COMMENTS

Galchoo Qonnaa Yeroodhaan Dhiyaate

Diinagdeen biyya keenyaa dhibbeentaa 85ol kan ta’u qonna irratti hirkataadha. Qonnaa duddisuun diinagdee biyyaatti guddisuu irra darbee wabii midhaan nyaataan of danda’uuf murteessadha. Oomisha...

Mariin Biyyyaalessaa Itoophiyaa Aadaa Siyaasaa Haaraa Kan Banu Dha

Itoophiyaan biyyoota sirna mootummaa jabaafi seenaa dheeraa qaban keessa ishee tokko dha.Biyyoota addunyaa irratti qaroomina durii qaban arfan keessaas ishee tokko dha.Uummata gurraacha gita...

Yaa’iin Mana Maree Hojii Milkaa’aan Hojjetamuu Mirkaneesse

Manni maree Bulchinsa Sablammii Oromoo Yaa’ii Idilee 28ffaa Marsaa 5ffaa isaa gaggeesseen gabaasa raawwii kan bara 2018 dhaggeeffachuun ciminoota jiran itti fufsiisuufi banaa jiran...

Ukkaamsaafi Gaaga’amni Dargaggoota Tigiraay Irra Ga’aa Jiru Mormii Addabaabaayii Kaase

Gareen seeraan alaa ABUT Tigiraay keessatti dhalatee xannacha uummata Tigiraayitti ta’uun hadholii Tigiraay boossisaa dargaggoo Tigiraay dhiiga dhangalaasaa jiraateera. Kan lammiileen Itoophiyaa biro hin...

Marii Biyyaalessaa Tokkummaa Uumuuf

Mariin biyyaalessaa tokkummaa uummattootaa cimsuuf bu’uura guddaa ta’uu kan himan immoo jiraataa magaalaa Addis Ababaa kutaa magaalaa Qaallittii Obbo Dhaabaa Fufaati. “Nuti sabootafi ummattoota...

Jruuf Jireenya Jiraataa Baadiyaa Fooyyeessuun Uummata Bal’aa Biyyattii Hundeerraa Jijjiiruu Dha

Uummatni Itoophiyaa dhibbeentaa 80 caalu baadiyyaa keessa jiraata;irra caalaan  qoote bulaafi horsiisee bulaa dha.Qooteefi horsiisee biyya kan soorudha.Uummatni kun diinagdee biyyaattif hundeedha.Qootee bulaas ta’e...

Ameerikaan Deeggarsa Maallaqaa Waraana Somaaliyaaf Taasistu Dhaabuu Irraan Kan Ka’e Gamtaan Afrikaa Walga’ii Ariifachiisaa Waame

Ameerikaan sababa mormii Al-Shabaabiin loluu irratti bu’aan barbaadamu argamuu dhabuu isaa caqasuun hanga xumura bara kanaatti deeggarsa maallaqaa Somaaliyaaf taasiftu dhaabuu beeksisuu hordofee, Gamtaan...

Raajiifi Taatee Addaa Tapha Waancaa Addunyaa 23ffaa

Waancaan Addunyaa (FIFA World Cup) dorgommii kubbaa miilaa addunyaa irratti kabajaafi beekamtii olaanaa qabu keessaa isa guddaadha. Yeroo jalqabaaf bara 1930 biyya Uruguwaay keessatti...

Tola Ooltummaa Waldeeggarsa Hawaasummaa Cimsaa Jiru

Tola ooltummaan gocha namni tokko yookiin gareen tokko fedhii fi jaalalaan, faayidaa tokko malee nama, hawaasa yookiin garee hawaasaa beekumsa,humna isaafi mallaqa isaan itti...

Latest news

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo