AADAAFI OGUMMAA

 Riizoortii Loogoo Haayiq

                                               ...

                                       Ogeessa Harka Warqee

Uummanni Oromoo akkuma uummata birootti qabeenya dilbii uumamaafi namtolchee qor-qalbii namaa hawwatan hedduu qaba. Meeshaaleen faaya aadaa agarsiistuu uummata Oromoo keessaa isa tokkodha. Meeshaaleen...

  Magaalaa Gondariifi Ayyaana Cuuphaaa

                         Ayyaanni Cuuphaa ayyaanota dirree irratti mana amantaa Ortoodoksii Tawaahidoo Itoophiyaatin kabajamu keessaa isa...

  Haala Kabaja Ayyaana Dhaloota Iyyasuus Kiristoos Mana Kiristaanaa Laalibalaa

Ayyaanni dhaloota Iyyasuus Kiristoos ayyaana Kiristaanonni kabajan keessaa isa tokkodha. Ayyaanni dhalachuu Iyyasuus Kiristoos akkaataa duudhaafi aadaa isaa egeen kabajama. Kessumaayyuu Manni Amantaa Ortoodoksii...

  MisoomaTurizimiitiin Carraa Hojii Uumuu

Turizimiin carraa hojii uumuu keessatti faayidaa guddaa qaba. Turizimiin damee dinagdee humna namaa baay'ee barbaadu waan ta'eef, yoo sirnaan bulfameefi xiyyeeffannoon kennameef hojii dhabdummaa...

  Hadiyyaa Haa Barru

Ayyaanni sabootaa, sablammootaafi uummattoota Itoophiyaa marsaa 20ffaan naannoo Giddu Galaeessa Itoophiyaa magaalaa Hosaa'inatti kabajameera. Jiraattoonni magaalaa Hosaa’inaa keessummota kutaalee biyyatti garagaraa irraa dhufan bifa...

     Masaraa Mootii Faasiladas

Itoophiyaan iddoowwan hawwata turizimii uumamaafi nam-tolcheen kan badhaatedha. Isaan keessaa tokko gamoo Faasilidha. Gamoon Faasil iddoo hawwata turizimii nam-tolcheefi  magaalaa Gondaritti kan argamu akkasumas...

Masgiida Xuruusiinaa

Itoophiyaan baay’ina sabaafi sab-lammootaa, aadaafi duudhaa lakkaawamanii hin dhumneefi hawaasni hordoftoota amantaa garagaraa keessa jiraachuun biyya adda durummaan addunyaa irratti gurra guddaa qabdudha. Amantaalee...

Simbo Qabeettii Qarqara Haroo Xaanaa

Magaalonni gurguddoo biyya keenyaa haala hundeeffama isaaniin wal qabatee seenaa bal’aa kan qabanidha. Akkuma naannoolee biyya keenyaa adda addaatti magaalonni seenaqabeessa ta’an baay’een isaanii...

   Ayyaanota Dirree: Calaqqee Tokkummaa Uummataa

Itoophiyaan baay’ina uummataa qabduun akka Afirikaatti sadarkaa  lammaffaa irratti kan argamtu yoo ta’u biyyoota sabaafi sab-lammoota hedduu qaban ta’uunis sadarkaa idil-addunyaatti gurra guddaa qabaachuun...

                  Calaqqeewwan Birraa

Biyyi keenya waqtiilee Bona, Arfaasaa, Birraafi Ganna jedhamuun kan beekaman kan qabdu yoo ta’u isaanis mataa mataa isaaniitti ji’oota afur afur qabaachuun beekamuu. Waqtiilee...
AMECO Hirkoo