AADAAFI OGUMMAA

Irreecha walooma uummataaf

Irreechi ayyaana galateeffannaa, araaraa, nagaa, waloomaafi tokkummaa kan uummata Oromoo biratti bakka olaanaa qabudha. Ayyaanni Irreechaa Uummatni Oromoo haala aadaa, safuufi dhuudhaa isaa eeggateen...

Mootii Ayyaanotaa

Ayyaanni Masqalaa ayyaanota aadaafi amantii Itoophiyaa keessatti bakka olaanaa qaban keessaa isa tokkodha. Ayyaanni kunis waggaadhaan Fulbaana 17 haala hoo’aan kabajama. Ayyaanichi seenaa, aadaa,...

Simannaa Bara Haaraa, Calaqqee Aadaafi Tokkummaa Uummataan

Biyyi keenya Itoophiyaan, biyya uummanni ishee ayyaanota amantaa, ayyaanota jijjiirama baraafi ayyaanota aadaa garaagaraa itti kabajanidha. Ayyaanotni kunneen seenaa, aadaa, duudhaafi amantaa hawaasaa calaqqisiisuun...

     Maachu Piichuu Itoophiyaa

              ‎Mandarri Shoonkee Bulchiinsa Sablammii Oromoo aanaa Dawaa Caffaa ganda Jirootatti argama. Mandarri Shoonkee qabeenya seenaafi aadaa waggoota 900...

Daa’imman Duudhaafi Safuu Gaariitiin Guddatan Ijaarsa Biyyaa Boriitiif Wabiidha‎

‎Daa’imman yeroo ijoollummaa isaanii keessatti waan baratan jireenya isaanii guutuu irratti dhiibbaa guddaa qaba. Yeroon kun yeroo sammuufi amala ijaaruu waan ta’eef, wanti isaan...

        Sirna “Abbaa Hagaa”

Wal-diddaafi walitti bu’iinsi wantoota uumamaan jiraatan keessaa tokkodha. Qaama hawaasaa kamiyyuu keessatti, maatiifi namoota dhuunfaa gidduutti walitti bu’iinsi uumamuu ni danda’a. Kanaafuu, hawaasni maloota...

 ‎Gahee Og-Aartiin Injifannoo Adwaa Irratti Gumaache

  Injifannoon Adwaa waraana guddaa Itoophiyaanotaafi humnoota koloneeffattoota Xaaliyaanii gidduutti taasifamedha. Waraanni kun Bitootessa 1 bara 1888, naannawa magaalaa Adwaa keessatti gaggeeffamee, injifannoo Itoophiyaanotaatiin kan...

 Riizoortii Loogoo Haayiq

                                               ...

                                       Ogeessa Harka Warqee

Uummanni Oromoo akkuma uummata birootti qabeenya dilbii uumamaafi namtolchee qor-qalbii namaa hawwatan hedduu qaba. Meeshaaleen faaya aadaa agarsiistuu uummata Oromoo keessaa isa tokkodha. Meeshaaleen...

  Magaalaa Gondariifi Ayyaana Cuuphaaa

                         Ayyaanni Cuuphaa ayyaanota dirree irratti mana amantaa Ortoodoksii Tawaahidoo Itoophiyaatin kabajamu keessaa isa...

  Haala Kabaja Ayyaana Dhaloota Iyyasuus Kiristoos Mana Kiristaanaa Laalibalaa

Ayyaanni dhaloota Iyyasuus Kiristoos ayyaana Kiristaanonni kabajan keessaa isa tokkodha. Ayyaanni dhalachuu Iyyasuus Kiristoos akkaataa duudhaafi aadaa isaa egeen kabajama. Kessumaayyuu Manni Amantaa Ortoodoksii...
AMECO Hirkoo