AADAAFI OGUMMAA

 Riizoortii Loogoo Haayiq

                                               ...

                                       Ogeessa Harka Warqee

Uummanni Oromoo akkuma uummata birootti qabeenya dilbii uumamaafi namtolchee qor-qalbii namaa hawwatan hedduu qaba. Meeshaaleen faaya aadaa agarsiistuu uummata Oromoo keessaa isa tokkodha. Meeshaaleen...

  Magaalaa Gondariifi Ayyaana Cuuphaaa

                         Ayyaanni Cuuphaa ayyaanota dirree irratti mana amantaa Ortoodoksii Tawaahidoo Itoophiyaatin kabajamu keessaa isa...

Addunyaa keenya har’aa keessatti akkaataan lakkaawwii baraa muraasni kan jiran yoo ta’u, innis ka’umsaafi akkaataa ittiin lakkaawamu mataa isaa kan qabudha. Dacheen har’a waan...

Giddugala Calaqqee Aadaa

Akkuma biqiltuun tokko guddachuuf kunuunsi karaa adda addaa isa barbaachisuutti aadaan hawaasa tokkoos guddachuuf hireen isaa akkuma biqiltuu kanaa ta’uu barbaachisa. Aadaa isa ganamaa...

Jaarsolii Biyyaa: Gaachana Nageenyaa

  Qabeenya biyyi tokko qabdu isa guddaadha yoo jennee dhimma wal nama hin sobsiifnedha. Sababni isaas biyyoota aadaaf duudhaa hedduu qaban akka biyya keenya Itoophiyaa...

Qayyaafi Faayidaa Isaa

  Miidhagina yeroo jedhamu, ulaagaalee hedduu qabaachuu kan maludha. Tarii Uumaan ganamumaan simbo-qabeettii /qabeessa/ taasisuun kan uumuufi inni biraan ammoo erga of baranii guddatanii booda...

Gahee Afoolli Hariiroo Hawaasaa Cimsuuf Qabu

Bara sirni barreeffamaa hin jirre, hawaasni jiruufi jireenya isaa keessatti itti dhimmi bahaa kan turedha; har’as hawaasa keessatti itti gargaaramuu irratti kan argamu yoo...

  Haal-duree Gaa’ilaa Hawaasa Bulchiinsa Sablammii Oromoo

Baayina namootaa har’a dachee kana irra jiraachaa jiraniifi, gara dachee kanaatti dhufuuf qophii irra jiraniif sababa isa hangafaati. Ilma namaatiifis jiruuf jireenya inni lafa...

Bakka Dhibeewwan Hedduuf Dawaa Ta’e: Bishaan Ho’aa Borkannaa

Dachee Seenaati Yeroo Jedhamu waa malee miti. Miidhaga lafaafi nama ishee, tokkummaafi jaalalli bakka itti mul'atu, dirree hawwata Tuurizimii hedduu qabduu, iddooleen seena qabeeyyii...

            Dhidhiibbaa: Ogummaa Aadaa Guddachuu Qabu

Jiruufi Jireenya ilma namaa keessatti taatewwan adda addaa yeroo gara yerootti nama mudachuu malu. Gaddaafi gammachuu, dhabuuf argachuufi dhimmootni hedduun kana fakkaatan waan oola...
AMECO Hirkoo