HAQAA FI BULCHIINSAATIIN

Duudhaa Ofiitiin Nageenya Uumuu

 Gaheen hawaasaa, jaarsoliin biyyaafi abbootin amantaa nageenya biyyaa eegsisuu keessaatti qaban baay'ee olaanaadha. Nagaan bu'uura guddina nama dhuunfaafi waan hundaati. Hawaasa tokko keessatti tasgabbii...

Tajaajilli Giddugala Tokkoo (MOSAB) Rakkoolee Tajaajilamtootarra Gahu Kan Hambisudha

Wiirtuun kenna tajaajila iddoo tokkoo (MESOB) jechuun tajaajilli kennamu fedhii lammiilee giddu-galeessa kan godhate taasisuu, mootummaafi lammiilee gidduutti walitti-dhufeenya gaarii uumuu, alseerummaafi alnaamusummaa hojimaata...

Faayidaa Waloon Hojjechuu 

Itoophiyaan hiyyummaafi hirkatummaa jalaa bahuuf ijaarsa piroojektoota adda addaa  guddinaafi misooma biyyattii mirkaneessuu danda'an irratti xiyyeeffatte hojjechaa jirti. Keessattuu waggoottan shanan darbaniitti pirojektoota fayyadamummaa...

Gahee Hayyuuleen Tumsa Hulaa Galaanaa Argachuuf Taasifamurratti Qaban

Itoophiyaan biyyoota hulaa galaanaa hin qabne 44 keessa baay'inaa uummataatiin biyya adda duree taatedha. Ragaaleen garaagaraa akka agarsisaniitti waggoottan 30'n darabanitti baay'ina uummata guddaa...

   Mirga Bilisaan Socho’uu Gufachaa  Dhufe 

Mirgoota uumamaa hedduu qabnu keessaa bilisummaan bakka tokko irraa gara bakka biraatti socho’uun hojjechhuufi jiraachuudha. Waliigalteewwan idil-addunyaafi seeroonni biyya keenyaas mirgoota kana ni mirkaneessu....

Sababa Dhabamuu Nageenyaan Rakkoo Wal-xaxaa Dubartoota Irratti Dhaqqabaa Jiru

Rakkoon nageenya biyya keenya keessatti mudate dhaabbilee hedduu irratti miidhaa kan dhaqqabsisee ta'us keessattuu damee barnootaa irratti dhiibbaan inni  geessise hammaataadha. Barattootni miiliyoonaan lakkaa'aman...

   Gumaacha Uummanni Milkaa’ina Marii Biyyaalessaatiif Qabu

Biyyootni addunyaa  hedduun rakkoo keessoo isaanitti mudate marii biyyaalessaa hirmaachisaafi haqa qabeessa ta'e gaggeessuun  biyya isaanii diigumsa irraa baraarniiru. Kanaanis  Rakkoo isaanii mariiin hiikuun,...

Marii: Hundee Waliin Jiraachuu

Uummatni  Itoophiyaa daangaafi birmadummaa biyya isaaf arsaa guddaa kan kaffaluufi uummata,  biyya isaaf dursa kan kennudha. Sirna gita bittootaafi weerartootni yeroo adda addaatti  birmadummaa...

  Marii: Hundee Waliin Jiraachuu

Uummatni  Itoophiyaa daangaafi birmadummaa biyya isaaf arsaa guddaa kan kaffaluufi uummata,  biyya isaaf dursa kan kennudha. Sirna gita bittootaafi weerartootni yeroo adda addaatti  birmadummaa...

Gahee Abbootiin Amantaa Nageenya Waaressuuf Qaban

  Uummata addunyaa kanarra jiraatan keessaa dhibbeentaan 75 dhiibbaa amantaa jala akka jiraniifi amantii waliinis hariiroo sadarkaa olaanaan cimaa ta'e akka qaban qorannoon ni agarsiisa....

Oduu

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo