HAQAA FI BULCHIINSAATIIN

   Itti Fayyadama Baajata Mootummaa

   Baajatni galii mootummaafi gahee maallaqaa dhaabbilee adda addaaf  hojii raawwachisuudhaaf kan ramadamuudha. Baajatni  gibira biyya tokko, liiqaa, deggarsaafi baasii kan of keessatti hammatudha. Biyyi...

Carraaqqii Rakkoo Kenniinsa Tajaajilaa Furuuf Taasifamaa Jiru

Rakkoon kenninsa tajaajilaa waajjiraalee mootummaa hedduu biratti kan mul’atu ta’us waajjiraalee hojii kallattiin abbaan dhimmaa itti baay’atu biratti akka hammaatu ni ibsama. Biyya tokko...

Duudhaalee Keenya Gochaan Agarsiisuu

Itoophiyaatti iddoolee garaagaraatti duudhaaleen hariiroo uummattoota cimsaniifi yeroo waldhabdeen uumamu karaa nagaan akka hiikaman kan dandeessisan hedduun jiru.  kunis adda durummaan amalaafi ilaalcha gaarii...

Seeneffama Dogoggoraa Sirreessuuf Gahee Mariin Biyyaalessaa Qabu

Biyyoonni haala teessuma lafaa isaaniin, qabeenya uumamaa qabaniin,  seenaa darbee qabaniifi tokkummaa sabdaneessaa  isaanii irratti hundaa’uun seenessa waloo mataa isaanii qabu. Ijaarsi biyyoota hundaa...

Malaanmaltummaa Xiqqeessuuf Itti Gaafatamummaa Mirkaneessuu Gaafata

Malaanmaltummaan gareen yookiin namni dhunfaan tokko  aangoosaa fayyadamee,  faayidaa ittiin hin dadhabneefi hin barbaachifne argachuuf  gocha dhoksaan raawwatamudha. Bakki osoo hin daangeessin iddoo kamittuu...

Garaagarummaa Yaadaa Mariin Furuu

Rakkoo nageenyaa naannoolee garaagaraatti muudate, miidhaa namoomaa guddaa dhaqqabsiseera, dhaqqabsiisaa jiras.  Qabeenyi biyyattii hedduus akka barbadaa'uu sababa ta'eera. Keessattuu, rakkoolee nageenya naannoolee Amaaraafi Oromiyaatti...

         Mirga itti fayyadama Ulaa galaanaa

Hulaan galaanaa Itoophiyaaf dhimma jiraachuufi jiraachu dhabuuti. Hulaan galaanaa biyyi tokko,  biyya ollaa jirtu waliin yookiin ardii biroo waliin karaa qaama bishaaniin ittiin qunnamtudha....

Faayidaa Qabeenya Galmeessisuun Argame

Malaammaltummaan faayidaa dhuunfaa argachuufi karaa qaxamuraan duroomuuf, dhugaa, murtiifi haqa jallisuu akkasumas duudhaalee bu’uura hawaasa  ykn qajeeltoowwan naamusa bu’uura ta’an cabsuun gocha raawwatamudha. Ittigaafatamummaa...

Sababa Walitti Bu’insaan Miidhaa Dubartootaafi Daa’imman Irratti Dhaqqabu  

  Miidhaan saalaa, dubartoota irratti raawwatamu damdaneessa ta'uus,  keessattuu yeroo waraanaa, kutaalee hawaasaa kanneen irratti, miidhaan saalaa raawwatamu hammaataa ta'uu ragaaleen ni agarsiisu. Itoophiyaa keessattis...

MARII BIYYAALESSAA

Mariin biyyaalessaa yeroo hedduu jijjiiramaan booda kan taasifamuufi sirna siyaasaa jiruun garaagarummaafi rakkoolee biyyi tokko qabdu furuun yoo dadhabamu marii waliigaltee uumuuf taasifamudha. Mariin...

Oduu

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo