Ijoo Dubbii

Piroojaktii Abdii Biyyattii Hundi Tumsaan Eeguu Qaba

    Yeroo dhihootti piroojaktiin imimmaan uummata baay'ee haquu danda'u hidhni Haromsaa Guddicha Itoophiyaani eebbifama. Addunyaa keenyarratti  lageen biyya tokko irraa gara biyya biraatti daangaa qaxxaamuruun...

  Hojii Qonnaa Cimsuuf Qonnaan Bulaa Cimsuun Murtessaadha

                Qonna ammayyeessuufi gara diinagdee indastiriitti ceesisuuf, qonnaan bulaa deggaruun baay'ee murtessaadha. Hojiin qonnaa kan ammayyaa'u yeroo qonnaan...

Qunceen Wal-gargaartee Arba Hiiti

         Jiruufi jireenya kamiyyuu keessatti hirmaannaan hawaasichaa murtessaadha. Hojiilee mootummaan raawwatu keessattis gaheen hawaasichaa hangana kan jedhamuu miti.  Guddina nama dhuunfaarraa eegalee...

    Karaan Nagaa Yomiyyuu Filatamaadha

Itoophiyaatti waggoota dhihoo asitti qaamoleen seeraan alaan hidhatanii socho’an lammileerratti miidhaa olaanaa dhaqqabsisaniiru. Lubbuun lammiilee baay’ee darbeera; namoonni baay’een qaamni isaanii hir’uu ta’eera; qabeenyi...

Waamicha Nageenyaa Qaamolee qabsoo hid hannoo keessa jiraniif taasifamaa jiruf sirnaan gara hawaasaatti makufi deebisanii dhaabu barbaada

Itoophiyaa keessatti Jaarraa walakkaaf shiirri siyaasaafi qabsoon hidhanno biyyattiin maraammartoo waraanaafi jeequmsa keessa akka turtuu taasiseera. Kunis gaaga’ama lubbuu lammilee hedduufi hiyyummaaf nu saaxileera....

Injifannoo Diinarratti Goonfanne Hiyyummaarrattis Irra Deebi’uu qabna

Abbootiifi hawwan keenya aarsaa guddaa kanfaluun biyya birmadummaan ishee kabajameefi fuullee addunyaarratti beekamtii argatte nu dhaalchisuu danda'aniiru. Yeroo biyyi keenya weeraramtee turtetti abbootiin keenya,...

Adeemsi Seera Kabachiisuu Malaanmaltummaarrattis Ta’uu Qaba

Biyyi malaanmaltummaan itti baballate guddachuu hin dandeessu. Malaanmaltummaan guddina diinagdee, siyaasaafi hawaasummmaa biyya tokko kan duubatti hambisuudha. Addunyaa kanarratti namootni yookiin dhaabbileen daldala dolaara...

Adeemsi Seera Kabachiisuu Malaanmaltummaarrattis Ta’uu Qaba

Biyyi malaanmaltummaan itti baballate guddachuu hin dandeessu. Malaanmaltummaan guddina diinagdee, siyaasaafi hawaasummmaa biyya tokko kan duubatti hambisuudha. Addunyaa kanarratti namootni yookiin dhaabbileen daldala dolaara...

Oomishni Qonna Arfaasaa Xiyyeeffannoon Hojjetamuu Qaba

Oomisha qonnaa biyya keenyaa guddisuurratti waqtiin Arfaasaa shoora olaanaa qaba. Oomishni gahaan akka argamuuf gosoota sanyii waqtiin Arfaasaa barbaadu sirriitti adda baasuun barbaachisaadha. Misoomni...

Itoophiyaan Injifannoo Waraanaa Yeroo Garaaga raa Galmeessifte Tiksuuf Jijjiirama Siyaas-Diinagdee Fiduufi Tokkummaa Kees soo Cimsuu Barbaada

Itoophiyaan jaarraa hedduuf aggaammiifi weerara garaagaraa ishee mudateera.Yeroo kamiyyu waraana irratti baname injifannoon qolachaa as geesseetti. Injifannoo ji’a guraandhalaa tibbana kabajne Adwaafi karra-maarraan kannneen...

Oduu

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo