MISOOMA

Galii Gibiraa: Bu’uura Misoomaa

Maddoota galii mootummaa keessaa inni guddaan galii gibira lammiilee irraa walitti qabamudha. Mootummaanis, galii kana walitti qabuun hojii bu’uuraalee misoomaa adda addaaf oolcha. Kaffaltoota...

      Sochii Misooma Jallisii Aanaa Dawaa Caffaa

Qonnaan bulaan Jamaal Daawud jiraataa aanaa Dawaa Caffaa ganda Tarafidha. Ooyiruu qonnaa isaanii yeroon qotuun sanyii fooyyee qabu akka argatan himaniiru. Xaa'oo uumamaa (kompostii)...

Misooma Maaddii Guutuu Bulchiinsa Magaalaa Kamisee

Misooma midhaaniifi beelladaa walsimsiisanii qonna ceesisuun wabii midhaan nyaataa mirkaneeffachuu danda'uun walqabatee banaaleen akka biyyaatti jiran laayyoo miti. Rakkoo gama kanaan jiru furuuf dhiheenya...

Misooma Koriidarii Baadiyyaa

Misoomni koriidarii baadiyyaa mana jireenyaa qonnaan bultootaafi tooftaa jireenya isaanii jijjiiruu irratti kan xiyyeeffatudha. Kanuma bu'uureffachuun kutaalee baadiyyaa biyyattii garagaraa keessatti ganda moodelaa filachuun...

  Tumsa Oomisha Qisaasama Jalaa Baraaruuf Taasifamaa Jiru

Oomisha gahe yeroon sassaabuun qisaasama oomishaa hambisuu bira darbee oomishaafi oomishtummaa dabaluuf kan gumaachudha. Akka ragaan Dhaabbata Nyaataafi Qonnaa Addunyaa (FAO) mul'isutti, Itoophiyaatti oomishni...

Xaa’oo Uumamaa

Oomishaafi oomishtummaa guddisuuf galteewwan qonnaa murteessoo ta’an keessaa tokko xaa’oodha. Xaa’oon haala nam-tolcheefi uumamaan qopheessuun ni danda’ama. Keessumattuu xaa’oon uumamaa gabbina biyyeetiif bu’aa guddaa...

 Itti Fayyadama Keemikaala Farra Ilbisootaa

Ilbisoota qolachuuf keemikaalonni farra ilbisootaa hojii irra ni oolfamu. Ta'us keemikaalonni galteewwan oomishaafi oomishtummaa dabalan keessatti hammachiifaman kunneen sirnaan itti fayyadamuu baannaan dhala namaa...

Faayidaa Harkaan Aramuu Oomishtummaaf Qabu

Waqtiin kun yeroo midhaan misoomeef kunuunsi bal'inaan itti taasifamudha. Yeroo kamiin olitti dhibaa'ummaa tokko malee oomisha fooyya'aa argachuuf yeroo qonnaan bultoonni irrajireessan ooyiruu qonnaa...

 Magaalaa Hawwattummaa Ishee Guddisuuf Tattafataa Jirtu

Magaalota iddoo jiruufi jireenyaaf mijataa taasisuuf hojiilee yeroo ammaa xiyyeeffannoon itti kennamuun hojjetamaa jiran keessaa magariisummaafi misoomni koridarii magaalotaa isaan tokkodha. Hojiin magariisummaa magaalota...

Biqiltuuwwan Misoomanii Turaniin Bulchiinsichi Jijjiirama Olaanaa Galmeessise

  Rakkoolee jijjiirama qilleensaa wajjin walqabatanii mudachaa jiraniif yeroo baay’ee mancaatii bosonaatu sababeeffama. Rakkoo kana qolachuuf akkuma bakkeewwan biroo Bulchiinsa Sablammii Oromoottis bara baraan biqiltuuwwan...

Oduu

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo