MISOOMA

Aanaa Wiirtuu Oomisha Muuzii Ta’uuf Onnattee Kaate

  Naannoo Kibba Itoophiyaatti oomishni Muuzii misooma muduraa oomishtummaa qonnaa guddisuun galii qonnaan bultootaa irratti jijjiirama guddaa fidaa jirudha. Naannichi sadarkaa biyyaatti oomisha Muuzii bal'inaan...

Hojimaata Xaa’oo Keemikaalaa Bakka Buusuu Danda’u

  Biqiltuun faca’u albuuda barbaachisoo ta’an argatu malee guddatee firii gaarii agarsiisuu hin danda’u. Biyyee gabbataan hin jiru yoo ta’e, oomishtummaan hin jiraatu. Oomishtummaan hin...

Qonna Magaalaa Cimsuun Maaddii Guutuu Dhugomsuu

Wabii midhaan nyaataa mirkaneessuufi nyaata madaalawaa ta’e argachuuf qonni  barbaachisaa ta’uun waan wal nama gaafachiisu miti. Yeroo dhihoo asitti dandeettii oomisha qonna magaalaa cimsuun...

Aanaa Jallisiin Badhaadhe

Misooma qonnaa waqtii gannaa hojjetamu qofaan karoora damee qonnaan qabame guutumaan milkeessuun ulfaataadha. Kanaafuu, jallisii bonaan waggaatti yeroo sadii oomishuun galma qabame dhugoomsuuf akka...

Utubaa Bu’uuraalee Misoomaa

  Ijaarsaawwan misoomaa bal’inaan hojjetaman keessaa misoomni daandii isa ijoodha. Akkuma bakkeewwan biroo aanaa Baateetti ijaarsi daandiiwwan baadiyyaa yeroo garagaraatti hojjetamaa turan fooyya’aafi jijjiirama gama...

Misooma Jallisii Bonaan Sagantaa Maaddii Guutuu Itti Fufsiisuu

              Sadarkaa biyyaatti rakkoo hanqina nyaata madaalamaa furuuf imaammataafi sagantaaleen garagaraa bocamuun hojiitti jijjiiramaa jiru. Isaan keessaa sagantaan maaddii...

             Qonna Ammayyessuun Jireenya Qonnaan Bulaa Fooyyessuu

  Malli qonnaa ammayyaa dameewwan qonnaa guddisuun jireenya qonnaan bultootaa jijjiiraa jira. Sanyii fooyya’aa, misooma jallisii, qonna kalaqaan deggaruun jiruufi jireenya qonnaan bulaa jijjiiraa jiraachuu...

Jijjiirama Qabatamaa Hojii Qabeenya Uumamaatiin Dhufe

  Akka biyyaatti hojii kunuunsa qabeenya uumamaa irratti qorannoo bara 2003 hanga 2014 sulullan 92 irratti taasifameen, gabbinni biyyee, oomishaafi oomishtummaan daran dabaluun mirkanaa’eera. Gaarreen...

Galii Gibiraa: Bu’uura Misoomaa

Maddoota galii mootummaa keessaa inni guddaan galii gibira lammiilee irraa walitti qabamudha. Mootummaanis, galii kana walitti qabuun hojii bu’uuraalee misoomaa adda addaaf oolcha. Kaffaltoota...

      Sochii Misooma Jallisii Aanaa Dawaa Caffaa

Qonnaan bulaan Jamaal Daawud jiraataa aanaa Dawaa Caffaa ganda Tarafidha. Ooyiruu qonnaa isaanii yeroon qotuun sanyii fooyyee qabu akka argatan himaniiru. Xaa'oo uumamaa (kompostii)...

Oduu

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo