MISOOMA

Misooma Ashaaraa Magariisaa

Jijiirama qilleensaa addunyaa qoraa jiruuf ka’umsi ijoon mancaatii bosonaati. Maddi rakkichaa biyyoota indaastiriin guddatan ta'us garuu, irrajireessaan rakkichaaf saaxilamoon biyyoota guddataa jiranidha. Addunyaan rakkoo...

Adeemsa Baay’isa Sanyii Filatamaa

Baay’inni uummataa bakka jiruutti, wabii midhaan nyaataa mirkaneessuun sanyii filatamaa ala hin yaadamu. Oomishaafi oomishtummaanis kan dabalu sanyii filatamaa qulqullina olaanaa qabutti yoo dhimma...

Bosona Uumamaa Garfaa

Uumamni dachee kana irratti argaman hundi waldanda’anii akka jiraataniif seera uumaafi uumamaan hogganamu. Seerri kunis uumama gidduutti madaalliin akka jiraatu ajaja. Hariiroon uumama gidduu...

Beellada Kunuunsuun Diinagdee Utubuudha

Dameen beelladaa guddina biyyaa utubuu keessatti gumaacha olaanaa qaba. Itoophiyaan qabeenya beelladootaan ardii Afrikaa irraa sadarkaa jalqabaa irratti kan argamtu ta'uu qorannooleen damichaan taasifaman...

    Misooma Fuullee Magaalotaa Jijjiiraa Jiru

Biyyi tokko nageenyaafi fayyummaa hundagaleessa lammiilee ishee mirkaneessuuf yeroodhaa yerootti hojmaata garaagaraa hojii irra oolchitu ni qabdi. Kanneen keessaa hojiin misooma koriidarii isa ijoodha....

Maaddii Guutuu

Itoophiyaan biyyoota qabeenya beelladaan sadarkaa addunyaatti beekaman keessaa ishee tokkodha. Kanaan maqaa gaarii qabaattus damichaaf xiyyeeffannoo kennuun hanga barbaadamu irraa fayyadamaa hin turre. Biyyattiin...

Gahee Ogeessota Misooma Qonnaa

Biyyoota yeroo duraaf jiruu adamsuurraa gara qotanii buluutti addunyaa tarkaanfachiisan keessaa Itoophiyaan tokko ta'uun eeramti. Biyyoonni yeroo biyyattiin hojii qonnaa jalqabdu hin hundaa'iin baay'een...

Misooma Qamadii Bonaa Aanichaarraa Muuxannoo Qoodatamu Qabu

  Waggoota shantamaa oliif biyyattiin qamadii alaa galchaa turuun ni beekama. Akka biyyaatti baroottan sadan darbaniin asitti oomishni qamadii bonaa oomishamaa jiru seenaa kanaan dura...

Hojiin Misooma Qabeenya Uumamaa Oomishni Akka Dabaluu Taasisaa Jira

Hojiin misomaa qabeenya uumama damee qonnaatiif lafee duugdaadha jechuun ni danda'ama.  Biyyootni hedduun gara diinagdee fooyya'aatti ce'uu kan isaan danda'an, hojii kunuunsa qabeenya uumamaa...

       Gibira: Galtee Guddaa Ijaarsa Bu’uura Misoomaaf Oolu

Dhimmi gibiraafi misoomaa waan wal biraa hafu miti. Galiin gibiraa guddina dam-daneessaa biyya tokkoof murteessaadha. Maddoota galii mootummaa keessaa inni guddaan galii gibira lammiilee...

Oduu

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo