Facebook
Instagram
VKontakte
Youtube
SEENSA
Ijoo Dubbii
ODUU
BALBALLOOMII ODUU
MISOOMA
AADAAFI OGUMMAA
HAQAA FI BULCHIINSA
HAWAASUMMAA
ADDUNYAARRAA
Ispoortii
Baafata Hundee
Search
Pulses PRO
Waa’ee Keenya
Facebook
Telegram
Youtube
SEENSA
Ijoo Dubbii
ODUU
BALBALLOOMII ODUU
MISOOMA
AADAAFI OGUMMAA
HAQAA FI BULCHIINSA
HAWAASUMMAA
ADDUNYAARRAA
Ispoortii
Baafata Hundee
SEENSA
Ijoo Dubbii
ODUU
BALBALLOOMII ODUU
MISOOMA
AADAAFI OGUMMAA
HAQAA FI BULCHIINSA
HAWAASUMMAA
ADDUNYAARRAA
Ispoortii
Baafata Hundee
- Advertisement -
AUTHOR NAME
ahmed
476 POSTS
0 COMMENTS
Ijoo Dubbii
Nageenyi Hunda Caala
ahmed
-
December 26, 2025
UUmmatni Amaaraa uummata ijaarsa biyyattii keessatti gahee guddaa taphatedha. Uummatni kun birmadummaa biyyattii egsisurrattis saboota biroo wajjiin ta’un uummata wareegama guddaa kaffalaa turedha. Qabsoo...
BALBALLOOMII ODUU
Labsiiwwan Gubaa, “Injifannoowwan Mootummaa Ida’amuu”
ahmed
-
December 26, 2025
Mariin kutaalee hawaasaa garaagaraa hirmaachise akka biyyaatti magaalota gurguddoo 24 irratti ergaa ijoo “Labsiiwwan Gubaa, Injifannoowwan Mootummaa Ida’amuu” jedhuun gaggeeffamaa tureera. Akka naannoo Amaarattis mariin...
ODUU
Marii Taasifamaa Jiruun Uummanni Nageenya Naannawa Isaa Akka Eggatu Dubbatan
ahmed
-
December 26, 2025
Hoggantonni olaanoo naannoo Amaaraa magaalota garaagaraatti dhimma waqtaawaa ilaalchisee uummata waliin marii taasisaa jiru. Waltajjiin nageenyaafi misoomaa waloo uummatoota ollaa godina Shawaa Kaabaa magaalaa...
ODUU
Bulchiinsi Salammii Oromoo Galii Birrii Biiliyoona 1.5 Ol Walitti Qabuuf Hojjechaa Jiraachuu Beeksise
ahmed
-
December 26, 2025
Waajjirri Galii Bulchiinsa Magaalaa Kamisee warraaqsa gibiraafi sagantaa kaffaltoota gibiraa amanamoo ta’aniif beekamtii kennuu geggeesseera. Sagantichaan kaffaltoota gibiraa amanamoo magaalattiif beekamtiin kennameera. Kaffaltoonni gibiraa...
MAXXANSAWWAN DURAANII
Maxxansa Gaazexaa HIrkoo: Muddee 15/2018
ahmed
-
December 25, 2025
Download
Ijoo Dubbii
Biyya Sabdaneetiifi Af-Daneetti Qabnuuf Bulchiinsa Feederaalizimii Sirnaan Ijaaru Barbaada
ahmed
-
December 9, 2025
Itoophiyaan uumamaan biyya sabdaneetiifi af-daneetti dha. Daangaa biyyattii Kallattii kamuu keessa yoo deemne aadaan, afaaniin, duudhaan, amantaafi kanneen biroon uummata sabdaneessa qabdi. Lafti biyyattis...
ODUU
Garee Dhaabbata Faannoo Uummata Amaaraa Waliigaltee Mootummaa Waliin Irra Gahe Ilaalchisee Ibsa Kenne
ahmed
-
December 9, 2025
Waliigalteen mootummaa naannoo Amaaraafi Dhaabbata Faannoo uummata Amaaraa gidduutti taasifame ummata keenyaaf abdii uumeera jechuun Kaapteen Masrashaa Saxxeen dubbataniiru. Kaapteen Maasrashaa Saxxee ibsa baasaniin,...
ADDUNYAARRAA
Rippaablika Dimokraatawaa Koongoofi Ruwaandaa Gidduutti Waliigalteen Nageenyaa Mallatteeffame
ahmed
-
December 9, 2025
Hoggantoota Rippablikii Dimokraatawaa Koongoofi Ruwaandaa waliigaltee nageenyaa walitti bu'iinsa Koongoo gama bahaa rakkisaa jiru dhaabsisuu kaayyeffate mallatteessaniiru. Waliigalteen nageenyaa kun keessummeessummaa Pirezidaantii Ameerikaa Doonaldi...
Ispoortii
Ramaddii Waancaa Addunyaa bara 2026
ahmed
-
December 9, 2025
Sirna baninsa ramaddii Waancaa Addunyaa irratti pireezidaantiin Ameerikaa Doonaaldi Tiraampi Badhaasa Nagaa Fiifaa fudhataniiru. Badhaasni kun pirezidaantii Fiifaa...
HAWAASUMMAA
Carraa Hojii Uumuun Nageenya Biyyaatifis Wabiidha
ahmed
-
December 9, 2025
Rakkoon hojii dhabdummaa rakkoo sadarkaa addunyaalessaatti mudatudha. Baayi’naan hojii dhabdummaaf kan saaxilaman immoo dargaggootadha. Dhimmi dargaggoota dhuunfaanis ta’e gurmiidhaan gara hojiitti galchuuf haala mijeessuu...
1
...
16
17
18
...
48
Page 17 of 48
Latest news
Biyyootni Garee Torbaa (G-7) Fi Gamtaan Awurooppaa Sudaan, Walwaraansi Akka Dhaabatu Magaalaa El-Obeeditti Dhorkaa Meeshaa Waraanaa Labsan
July 22, 2026
Ispeen Shaampiyoonaa Waancaa Addunyaa 23ffaa Taate
July 22, 2026
Dhiyeessii Galchoo Buufata Fayyaa Magaala Kamisee
July 22, 2026
Gahee Jaarsoo Biyyaafi Abbootiin Amantaa Ijaarsa Nageenyaaf Qaban
July 22, 2026
Aadaan Marii Itoophiyaanotaa, Marii Biyyaalessaa Milkeessuuf Ga’ee Qabu
July 22, 2026
- Advertisement -
AMECO Hirkoo
SEENSA
Ijoo Dubbii
ODUU
BALBALLOOMII ODUU
MISOOMA
AADAAFI OGUMMAA
HAQAA FI BULCHIINSA
HAWAASUMMAA
ADDUNYAARRAA
Ispoortii
Baafata Hundee