- Advertisement -spot_img

AUTHOR NAME

ahmed

476 POSTS
0 COMMENTS

  Haala Kabaja Ayyaana Dhaloota Iyyasuus Kiristoos Mana Kiristaanaa Laalibalaa

Ayyaanni dhaloota Iyyasuus Kiristoos ayyaana Kiristaanonni kabajan keessaa isa tokkodha. Ayyaanni dhalachuu Iyyasuus Kiristoos akkaataa duudhaafi aadaa isaa egeen kabajama. Kessumaayyuu Manni Amantaa Ortoodoksii...

Ayyaanni Dhaloota Iyyasuus Kiristoos Magaala Laalibalaatti Dadammaqina Turizimii Uumeera

Ayyaanni dhalachuu Iyyasuus Kiristoos ayyaanota Itoophiyaatti haala hoo’aa ta’en kabajaman keessaa isa tokkodha. Jalabultii ayaanichaa irratti faarfannaan kumaatamaa mana amantaa Ortodoksi Tawaahidoo Itoophiyaan dhiyaate...

Humnoonni Filannoo Nagaa Fudhatan Wabii Jireenyaa Amansiisaa Akka Qabataaniif Hojjetamaa Jira

Dameen bulchiinsaa naannoo Amaaraa waltajjii raawwii gamaaggama karoora ji'oota jahaa geggeesseera. Waltajjicha irratti dhaabbileen damee bulchiinsaa naannoo Amaaraa jalatti argaman gabaasa isaanii ji'oota jahan...

  MisoomaTurizimiitiin Carraa Hojii Uumuu

Turizimiin carraa hojii uumuu keessatti faayidaa guddaa qaba. Turizimiin damee dinagdee humna namaa baay'ee barbaadu waan ta'eef, yoo sirnaan bulfameefi xiyyeeffannoon kennameef hojii dhabdummaa...

               Finciltoonni M23  Magaalaa Ijoo RDK keessaa bahuu Jalqaban

Gareen finciltootaa M23  magaalaa Uviraa Rippabiliika Dimookiraatawaa Koongoo dhuunfatee ture erga Ameerikaa dhiibbaa taasisteen booda naannawa guutuu gadi dhiisee akka bahu waadaa seenuu isaa...

            Waancaan Kubbaa Miilaa Afrikaa 2025

Waggaa lamatti al tokko biyyoota miseensota Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa “CAF” gidduutti kan adeemsifamu wal morkiin waancaa kubbaa miilaa Afrikaa 35ffaa magaalaa guddoo Morookoo,...

Hoj-maata Badaa Ittisuuf Hojii Qindominaa Barbaada

Malaammaltummaan faayidaa dhuunfaa yookaan gareef jecha seeraafi dambiiwwan hojmaata cabsuun faayidaa hin malle argachuuf yaaludha. Mattaa’a kennuufi fudhachuu, qabeenyaafi baajata mootummaa qisaasessuu, firaaf dhiigummaan...

Gita Kitaabaafi Barataa Walsimsisu: Qulqullina Barnootaa Eegsisuuf

Manneen barumsaa bulchiinsa magaalaa Kamisee keessaa Manni Barumsaa Sadarkaa tokkoffaa Sadaasaa tokkodha. Manneen barumsaa adda duree magaalichaa keessaa tokko ta'us wal gahiinsa kitaabaan walqabatee...

      Sochii Misooma Jallisii Aanaa Dawaa Caffaa

Qonnaan bulaan Jamaal Daawud jiraataa aanaa Dawaa Caffaa ganda Tarafidha. Ooyiruu qonnaa isaanii yeroon qotuun sanyii fooyyee qabu akka argatan himaniiru. Xaa'oo uumamaa (kompostii)...

Latest news

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo