- Advertisement -spot_img

AUTHOR NAME

ahmed

476 POSTS
0 COMMENTS

     Masaraa Mootii Faasiladas

Itoophiyaan iddoowwan hawwata turizimii uumamaafi nam-tolcheen kan badhaatedha. Isaan keessaa tokko gamoo Faasilidha. Gamoon Faasil iddoo hawwata turizimii nam-tolcheefi  magaalaa Gondaritti kan argamu akkasumas...

Misooma Koriidarii Baadiyyaa

Misoomni koriidarii baadiyyaa mana jireenyaa qonnaan bultootaafi tooftaa jireenya isaanii jijjiiruu irratti kan xiyyeeffatudha. Kanuma bu'uureffachuun kutaalee baadiyyaa biyyattii garagaraa keessatti ganda moodelaa filachuun...

‎Magaalootni Wiirtuu Qaroominaafi Bakka Jireenya Sabaafi Sablamootaati

‎Qaroominni dhala namaa kan eegale hundeefama magaalootaa waliini. Magaalootni wiirtuu hojiilee kalaqaafi namoota hedduu barataniidha. ‎Hundeefamni magaalootaa Itoophiyaa kan jaarraa  lama hin guutne dha....

Fooramii Magaalotaa: Iddoo Muuxannoon Garaagaraa Irraa Fudhatamu

Fooramiin magaalotaa waltajjii bakka butoonni bulchiinsa magaalotaa, ogeessotniifi qaamoleen dhimmi ilaallatu walitti dhufanii dhimma misooma magaalaa, bulchiinsa gaariifi rakkoolee magaalota mudatan irratti mari'atuun carraa...

Waajjirri Geejjibaa Magaalaa Baatee Sirna Tajaajila Tikeetii Elektirooniksii Buufata Konkolaataa  Jalqabsise

Sirni tajaajila tikeetii elektirooniksii hojmaata kan ammayyeessudha.  Waajjirri Geejjibaa bulchiinsa magaalaa Baateetis kana hubachuun tajaajila geejjibaa ammayyessuuf hojjechaa jira. Bulchiinsa sablammii Oromoo magaalaa Baateetti...

Biiroon Hojiifi Ogummaa Naannoo Amaaraa Lammiilee Kuma 260’f Carraan Hojii Uumamuu Beeksise

Naannichatti bara baajataa kanatti lammiilee miiliyoona 1 fi kuma 96'f carraa hojii uumuuf hojjetamaa jira. Qaama naannoo Amaaraa kan ta’e Bulchiinsi Sablammii Oromootis dargaggoota...

Faayidaa Waloon Hojjechuu 

Itoophiyaan hiyyummaafi hirkatummaa jalaa bahuuf ijaarsa piroojektoota adda addaa  guddinaafi misooma biyyattii mirkaneessuu danda'an irratti xiyyeeffatte hojjechaa jirti. Keessattuu waggoottan shanan darbaniitti pirojektoota fayyadamummaa...

Manni Murtii Yakkaa Idil-Addunyaa Hogganaa Finciltoota Yugaandaa Jooseef Koonii Irratti Himata Bane

Manni Murtii yakkaa idil-addunyaa himannaa yakka waraanaa hogganaa finciltoota Yugaandaa Jooseef Koonii irratti bane gama Yugaandaatiin fudhatamummaa argateera. Yugaandonni himata hogganaa (LRA) Jooseef Koonii...

  Atileetiksii Itoophiyaa Xiyyeeffannoo Barbaadu

Maqaan Itoophiyaa dirree addunyaa irratti yeroo ka'uu injifannoo Adwaatiin dabalata olaantummaa biyyattiin gama atileetiksiin qabdutu kaafama. Itoophiyaan dachee atileetota waltajjiiwwan gurguddoo addunyaa miidhagsaniifi rikoordii...

Latest news

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo