Facebook
Instagram
VKontakte
Youtube
SEENSA
Ijoo Dubbii
ODUU
BALBALLOOMII ODUU
MISOOMA
AADAAFI OGUMMAA
HAQAA FI BULCHIINSA
HAWAASUMMAA
ADDUNYAARRAA
Ispoortii
Baafata Hundee
Search
Pulses PRO
Waa’ee Keenya
Facebook
Telegram
Youtube
SEENSA
Ijoo Dubbii
ODUU
BALBALLOOMII ODUU
MISOOMA
AADAAFI OGUMMAA
HAQAA FI BULCHIINSA
HAWAASUMMAA
ADDUNYAARRAA
Ispoortii
Baafata Hundee
SEENSA
Ijoo Dubbii
ODUU
BALBALLOOMII ODUU
MISOOMA
AADAAFI OGUMMAA
HAQAA FI BULCHIINSA
HAWAASUMMAA
ADDUNYAARRAA
Ispoortii
Baafata Hundee
- Advertisement -
AUTHOR NAME
ahmed
476 POSTS
0 COMMENTS
HAWAASUMMAA
Wabii Fayyaa Hawaasaa Galii Lammiilee Giddugaleeffate
ahmed
-
February 10, 2025
Biyyoonni Baay'een Tajaajila Wabii Fayyaa Hawaasaa qabatamaan hojii irra oolchuun lammiileen baasii xiqqaafi warreen hiyyeeyyii ta’an bilisaan tajaajila yaalaa itti fufaa ta'e akka argatan...
HAQAA FI BULCHIINSAATIIN
MARII BIYYAALESSAA
ahmed
-
February 10, 2025
Mariin biyyaalessaa yeroo hedduu jijjiiramaan booda kan taasifamuufi sirna siyaasaa jiruun garaagarummaafi rakkoolee biyyi tokko qabdu furuun yoo dadhabamu marii waliigaltee uumuuf taasifamudha. Mariin...
AADAAFI OGUMMAA
Aadaa Walgargaarsaa Hawaasicha Walitti Hidhaa Jiru
ahmed
-
February 10, 2025
Mammaaksi Oromoo “harki dabareen wal dhiqa” jedhee makmaake akkasumaan miti. Harki inni tokko harka isa biraa tumsuu deggaruufi gargaaruu isaa, caalaa dhumatti ammoo yoo...
Ijoo Dubbii
Mariin Biyyaalessaa Waliigaltee Biyyaalessaa Fiduufi Nageenya Biyyattii Waaressuuf Sirnaan Itti Fayyadamuu Barbaachisa
ahmed
-
February 7, 2025
Itoophiyaan sirna mootummaa yeroo dheeraa qabaattus,hanga ammatti sirni dimookiraasi bu'uuraan ijaaru hin dandeenye. Sirna mootoota keessattis ta'e sirna Dargiin booda angoon siyaasa uummata biyyattiif...
ODUU
Lafa Seeraan Ala Saamame Ture Gara Baankii Lafaa Mootummaatti Deebisiisu Qajeelchi Bulchiinsa Lafaa Bulchiinsa Sablammii Oromoo Beeksise
ahmed
-
February 7, 2025
Bulchiinsi sablammii Oromoo bara baajataa 2017 kurmaanaa 2ffaatti lafa seeraan alaa weeraramee ture heektaara 713 deebisisuuf karoorse hanga ammaatti lafa heektaara 321 deebisisuu qajeelcha...
ODUU
Istuudiyoo AMECO’n Addis Ababaatti Ijaare Walitti Dhufeenya Uummataa Cimsuurratti Gahee Olaanaa Akka Qabu Hoggantoonni Mootummaa Olaanoon Dubbatan
ahmed
-
February 7, 2025
AMECO'n sadarkaa naannoofi biyyaalessaatti heddumina giddu-galeeffachuun afaanota 12n tajaajila odeeffannoo haala si’aanaafi qulqullina qabuun tamsaasuurratti argama. Imala waggoota 30 lakkoofsise keessatti rakkoolee hawaasa keessa...
MAXXANSAWWAN DURAANII
Maxxansa Gaazexaa Hirkoo: Amajjii 30/2017
ahmed
-
February 7, 2025
downloadhttps://drive.google.com/file/d/1LssV3VTwCX-9I8Xa1vaQ0h_V_L9bJFQl/view?usp=sharing
Ispoortii
Barbaachisummaa Sochii Qaamaa
ahmed
-
January 26, 2025
Sochii qaamaa haala idilee ta'een hojjechuun fayyaa qaamaafi sammuu ilma namaaf faayidaa guddaa qaba. Dhukkuboota baay'eerras nama baraara. Sochiilee qaamaa nama hargansiisan kanneen akka...
ADDUNYAARRAA
Pirezidaanti Tiraamp Marsaa Lammaffaaf Aangootti Dhufan Ajajoota Adda Addaa Dabarsan
ahmed
-
January 26, 2025
Amajjii 20/2025 Doonaald Tiramp Pirezdaantii Ameerikaa ta’uun yeroo lammaffaf gara Waayt Hawsiitti seenaniiru. Doonaald Tiraamp ajajoota Pirezidaantummaa malatteessan keessaa Ameerikaan dhaabbata Fayyaa Addunyaafi waliigaltee...
ODUU
“Itoophiyaanotni Durii Garaagarummaa Isaanii Gara Duubaatti Dhiisuun Biyya Itti Fufsiisaniiru’’ Obbo Taaggasa Caafoo
ahmed
-
January 24, 2025
Itoophiyaanootni birmadummaa biyyaa, faayidaafi itti fayyadamummaa uummataa irratti waliigaltee waloo cimsuu akka qaban afa yaa'iin mana maree bakka bu'oota uummataa obbo Taaggasa Caafoon himaniiru....
1
...
38
39
40
...
48
Page 39 of 48
Latest news
Biyyootni Garee Torbaa (G-7) Fi Gamtaan Awurooppaa Sudaan, Walwaraansi Akka Dhaabatu Magaalaa El-Obeeditti Dhorkaa Meeshaa Waraanaa Labsan
July 22, 2026
Ispeen Shaampiyoonaa Waancaa Addunyaa 23ffaa Taate
July 22, 2026
Dhiyeessii Galchoo Buufata Fayyaa Magaala Kamisee
July 22, 2026
Gahee Jaarsoo Biyyaafi Abbootiin Amantaa Ijaarsa Nageenyaaf Qaban
July 22, 2026
Aadaan Marii Itoophiyaanotaa, Marii Biyyaalessaa Milkeessuuf Ga’ee Qabu
July 22, 2026
- Advertisement -
AMECO Hirkoo
SEENSA
Ijoo Dubbii
ODUU
BALBALLOOMII ODUU
MISOOMA
AADAAFI OGUMMAA
HAQAA FI BULCHIINSA
HAWAASUMMAA
ADDUNYAARRAA
Ispoortii
Baafata Hundee