- Advertisement -spot_img

AUTHOR NAME

ahmed

476 POSTS
0 COMMENTS

“Ittifufinsa Hojii Kunuunsa Qabeenya Uumamaa Cimsuuf Hirmaannaan Hawaasaa Cimuu Qaba” Pirezidaantii Naannoo Amaaraa obbo Araggaa  Kabbadaa

Naannoo Amaaraatti hojiilee misoomaafi eegumsa qabeenya uumamaa hojjechiisuu dandeessisan irratti xiyyeeffachuun ergaan darbeera. Itti gaafatamaan Biiroo Qonnaa Naannoo Amaaraa Dires Saahiluu (Dr) bara baajataa...

Leenjiin Atileetiksii Daa'immanii Guyyoota Sadiif Magaalaa Daseetti Gaggeeffamaa Ture Xumurame Leenjiin atileetiksii daa’immanii Federeeshinii Atileetiksii Ityoophiyaan qophaa'e Bulchiinsa  Magaalaa Daseetti Muddee 23/25 bara 2017tti kennamaa...

  Qaamolee Bu’a Qabeessummaa Barattootaa Duuba Jiran

Meeshaan jabaa icciitii jiijjiiramaa biyyoota gurguddoo baay'een barnootadha.  Kunis milkaa'uu kan danda'eef dhaloota barnootaan bu'aa gaarii galmeessu oomishuu danda'uun isaaniini. Bu'uuruma kanaan, muuxannoon isaan...

       Gufuu Guddinaa Hundeerraa Buqqa’uu Qabu

Malaanmaltummaan faayidaa garee yookiin dhunfaatiif jecha sirnoota,  seeroota,  hojmaataafi qajeelfamoota caabsuudha. Gochi kun ijaarsa sirna dimokiraasii, guddina dinagdeefi hawaasummaa jeequun birmadummaa biyyaa irratti dhiibbaa...

Yuukireen Ujummoo Boba’aa Raashiyaa Gara Awurooppaatti Geessu Addaan Kutte

Dhiheessiin gaazii Raashiyaa karaa Yuukireeniin darbuun biyyoota Gamtaa Awurooppaaf dhaqu, waliigalteen waggoota shaniif dhaabbata geejjibaa boba'aa Yuukireen Naaftoogaaziifi Gaazpiroom Raashiyaa gidduutti ture erga xumuramee...

Hayyuleen Faayidaa Biyyaalessaa Kabachisuuf Gahee Olaana Qabu

Hayyuleen guddinaafi ijaarsa biyyaa keessatti  gahee bakka bu'uummaa hin qabne taphatu.  Qo'annoofi qorannoo, rakkoo  hiikuu danda'an hojjechuuniifi dhaloota qaruun hayyootni gaheen isaan qaban guddaadha. ...

Malaanmaltummaan Gufuu Guddina Biyyaa Ta’uu Itti Fufeera

Malaammaltummaan irra caalmaan yakka aangoo dahoo gochuun, imaanaa uummataa dagachuu, safuufi duudhaa uummataas cabsuun faayidaa ittiin hin dadhabiniifi qaxxaamuraan duromuuf gocha raawwatamudha.  Malaanmaltummaan faayidaa...

    Misooma Qamadii: Shoora Dinagdee Itoophiyaa Olkaasuurratti Qabu

Itoophiyaan qabeenya uumamaan badhaatuu ta'uusheen walqabatee ogeessota og-aartiifi barreessitoota baay'een baroota dheeraaf leellifamaa turtetti. Qabeenya kana mara osoo qabduu maloota qonna aadawaa keessaa guutummaa...

Tapha Qillee

Ayyaanni yaadannoo Dhaloota IyyasuusKiristoos, ayyaanota waggaa waggaadhaan kabajamaniifi ibsama aadaa garagaraa qaban keessaa isa tokkodha. Ayyaanni kun hordoftoota amantii Kiristaanaa biratti sirnoota adda addaatiiniifi...

Latest news

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo