BALBALLOOMII ODUU

Oomisha Midhaanii Kuntaalaa Miliyoona Tokko Ol Argachuuf  Hojjechaa Jiraachuu  Qajeelchi Qonnaa Bulchiinsa Sab-Lammii  Oromoo Beeksise

Dinagdeen Itoophiyaa harka caalu qonna irratti kan hundaa'eedha. Jireenyi uummata biyyattiis  harka caalu qonna irratti kan bu'uureeffatedha jechuudha. Qonnaan bultootni bulchiinsa sablammii Oromoo hojjetanii...

Bulchiinsi Sablammii Oromoo, Misooma Arfaasaa Irraa Oomisha Kuntaala Kuma 112 Ol Sassaabuuf Hojjechaa Akka Jiru Beeksise

Hojiiwwan qaala’insi jireenyaa akka hir’atan taasisan keessaa tokko, oomishaafi oomishitummaan akka dabaluu taasisuudha. Oomishaafi oomishitummaan akka dabluu ta- asisuudhaaf immoo galteewwaan qonnaa ta’an, kanneen akka, xaa’oo, sanyii filatamaafi meeshaalee qonnaa ammayyaa ta’an...

Oduu

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo