Facebook
Instagram
VKontakte
Youtube
SEENSA
Ijoo Dubbii
ODUU
BALBALLOOMII ODUU
MISOOMA
AADAAFI OGUMMAA
HAQAA FI BULCHIINSA
HAWAASUMMAA
ADDUNYAARRAA
Ispoortii
Baafata Hundee
Search
Pulses PRO
Waa’ee Keenya
Facebook
Telegram
Youtube
SEENSA
Ijoo Dubbii
ODUU
BALBALLOOMII ODUU
MISOOMA
AADAAFI OGUMMAA
HAQAA FI BULCHIINSA
HAWAASUMMAA
ADDUNYAARRAA
Ispoortii
Baafata Hundee
SEENSA
Ijoo Dubbii
ODUU
BALBALLOOMII ODUU
MISOOMA
AADAAFI OGUMMAA
HAQAA FI BULCHIINSA
HAWAASUMMAA
ADDUNYAARRAA
Ispoortii
Baafata Hundee
- Advertisement -
AUTHOR NAME
ahmed
300 POSTS
0 COMMENTS
BALBALLOOMII ODUU
Hidhattoonni Duraanii Karaa Nagaan Dhufan Mootummaa Waliin Ta’uun Nageenya Kabachiisaa Jiru
ahmed
-
June 7, 2025
Itoophiyaatti rakkoon nageenyaa waggoota darbaniitti, kutaalee biyyattii garaagaraatti mudate miidhaa hawaasummaa, diinagdeefi siyaasaa guddaa dhaqqabsiseera; qabeenya biyyattii hedduu barbadeesseera, maatii bittineseera, akkasumas buqqaatii fiduun...
Ijoo Dubbii
Karaan Nagaa Yomiyyuu Filatamaadha
ahmed
-
June 7, 2025
Itoophiyaatti waggoota dhihoo asitti qaamoleen seeraan alaan hidhatanii socho’an lammileerratti miidhaa olaanaa dhaqqabsisaniiru. Lubbuun lammiilee baay’ee darbeera; namoonni baay’een qaamni isaanii hir’uu ta’eera; qabeenyi...
MAXXANSAWWAN DURAANII
Maxxansa Gaazexaa Hirkoo: Caamsaa 30/2017
ahmed
-
June 7, 2025
Download
ADDUNYAARRAA
Garee Waggoota 40’f Hidhannoon Qabsaa’ee Diigamuuf Murteesse
ahmed
-
May 23, 2025
Paartii Hojjetoota Kurdistaan (PKK) akka lakkofsa Awuroppaa bara 1974 akka dhaabbata Maarkisistii–Leeniiniitti hoggansa Abdullaahii Okalan jalatti kan jalqabedha. Bara 1978 dhaabbatichi maqaa "Paartii Hojjetoota...
Ispoortii
Pirojakatii Bishaan Daakuu Abdiin Eegamu
ahmed
-
May 23, 2025
Ispoortiiwwan magaalaan Baahir Daar kanaan dura ittiin beekamtu keessaa ispoortiin bishaan daakuu isa tokkodha. Waggoota darban keessa atileetonni milkaa’oo dorgomanii naannoofi biyya keenya bakka...
HAQAA FI BULCHIINSAATIIN
Duudhaalee Keenya Gochaan Agarsiisuu
ahmed
-
May 23, 2025
Itoophiyaatti iddoolee garaagaraatti duudhaaleen hariiroo uummattoota cimsaniifi yeroo waldhabdeen uumamu karaa nagaan akka hiikaman kan dandeessisan hedduun jiru. kunis adda durummaan amalaafi ilaalcha gaarii...
HAWAASUMMAA
Faaydaa: Waraqaa Eenyummaa Dijitaalawaa Biyyaalessaa
ahmed
-
May 23, 2025
Addunyaa irratti Waraqaan Eenyummaa Biyyaalessaa hojiirra ooluunsaa bubbuleera. Biyyoota ardii biroo dhiifnee biyyootuma Afrikaa keessaa kanneen akka Gaanaa, Ruwaandaafi Afrikaan Kibbaa erga hojiirra oolchan...
AADAAFI OGUMMAA
Haal-duree Gaa’ilaa Hawaasa Bulchiinsa Sablammii Oromoo
ahmed
-
May 23, 2025
Baayina namootaa har’a dachee kana irra jiraachaa jiraniifi, gara dachee kanaatti dhufuuf qophii irra jiraniif sababa isa hangafaati. Ilma namaatiifis jiruuf jireenya inni lafa...
MISOOMA
Adeemsa Baay’isa Sanyii Filatamaa
ahmed
-
May 23, 2025
Baay’inni uummataa bakka jiruutti, wabii midhaan nyaataa mirkaneessuun sanyii filatamaa ala hin yaadamu. Oomishaafi oomishtummaanis kan dabalu sanyii filatamaa qulqullina olaanaa qabutti yoo dhimma...
Ijoo Dubbii
Waamicha Nageenyaa Qaamolee qabsoo hid hannoo keessa jiraniif taasifamaa jiruf sirnaan gara hawaasaatti makufi deebisanii dhaabu barbaada
ahmed
-
May 23, 2025
Itoophiyaa keessatti Jaarraa walakkaaf shiirri siyaasaafi qabsoon hidhanno biyyattiin maraammartoo waraanaafi jeequmsa keessa akka turtuu taasiseera. Kunis gaaga’ama lubbuu lammilee hedduufi hiyyummaaf nu saaxileera....
1
...
12
13
14
...
30
Page 13 of 30
Latest news
Afrikaan Kibbaa Mormiin Boodatti Miidhaaa Saalaa Balaa Biyyaalessaa Ta’uu Labsite
November 25, 2025
November 25, 2025
Tajaajilli Giddugala Tokkoo (MOSAB) Rakkoolee Tajaajilamtootarra Gahu Kan Hambisudha
November 25, 2025
Tajaajila Fayyaa Du’a Haadholiifi Daa’immanii Hir’ise
November 25, 2025
Masaraa Mootii Faasiladas
November 25, 2025
- Advertisement -
AMECO Hirkoo
SEENSA
Ijoo Dubbii
ODUU
BALBALLOOMII ODUU
MISOOMA
AADAAFI OGUMMAA
HAQAA FI BULCHIINSA
HAWAASUMMAA
ADDUNYAARRAA
Ispoortii
Baafata Hundee