- Advertisement -spot_img

AUTHOR NAME

ahmed

531 POSTS
0 COMMENTS

Naannoo Amaaraatti Qabinsi Ragaa Hojjettoota Mootummaa Ammayyaawaa Jira

  Guddinaa Asaffaatiin Riiformiin tajaajila mootummaafi bulchiinsaa hojiirra erga oole waggoota sadii lakkoofsiseera. Itti gaafatamtuun Biiroo Sivil Sarvisiifi Misooma Qabeenya Humna Namaa Naannoo Amaaraa, Baanchaamlaak Gabramaariyaam...

Dawdrive.google.com/…Tq39ldaCnzTJMZMCMy/viewnload https://drive.google.com/file/d/19PYamzCuqPXdOQTq39ldaCnzTJMZMCMy/view?usp=drive_link

Mootummaan Naannoo Amaaraa Itoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Waliin Nageenya Waaressuuf Marii’atan

   Bulchaa Ol'aanan Naannoo Amaaraa Araggaa Kabbadaafi Itoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Erviin Maasiingaa Waliin Mari’atan. Bulchaa olaanaan naannoo Amaaraa, obbo Araggaa Kabbadaafi Itoophiyaatti ambaasaaddara Ameerikaa Erviin...

Waldhabdee Cufamuu Hormuuz Waligalteen Baname

Yunaayitid Kiingidam ministeera dhimma alaa biyyoota 40 walitti qabuun daandiin doonii murteessaa sababa waraana Ameerikaafi Israa’el Iraan waliin taasisaniin cufame hulaa Hormuuz deebisee banuuf...

 Itoophiyaan Yeroo Jalqabaaf Taphoota Ispoortii Aadaa Afrikaa Qopheessuuf Filatamte

Federeeshiniin Ispoortiiwwan Aadaa Itoophiyaa gaaffiin yeroo dhihoo keessatti dhiheesse miseensummaa Konfedereeshinii Ispoortiiwwan Aadaafi Taphoota Afrikaa biratti fudhatama argachuun ni yaadatama. Federeeshiniin Ispoortiiwwan Aadaa Itoophiyaaf...

  Hirmaannaa Siyaasaa Dubartootaa Cimsuun Biyya Ijaaruudha

Dhiheenyaan asitti hirmaannaa dubartootaa gama hawaas-dinagdeefi siyaasaan mirkaneessuuf hojiiwwan gurguddaan hojjetamaa jiru. Dubartoonni lakkoofsaan walakkaa uummataa ol ta'an jiruufi jireenya maatiifi hawaasaa guyyaa guyyaa...

         Dhaloota Yakka Balaaleffatu Uumuu

‎Yeroo ammaa rakkooleen yakkaa hawaasummaa akka hannaa, saamichaafi jeequmsa nageenyaa dabalaa dhufuun, nageenya hawaasaafi guddina biyyaa irratti dhiibbaa geessisaa jiru. Haala kana keessatti, yakka...

Daa’imman Duudhaafi Safuu Gaariitiin Guddatan Ijaarsa Biyyaa Boriitiif Wabiidha‎

‎Daa’imman yeroo ijoollummaa isaanii keessatti waan baratan jireenya isaanii guutuu irratti dhiibbaa guddaa qaba. Yeroon kun yeroo sammuufi amala ijaaruu waan ta’eef, wanti isaan...

Qonna Magaalaa Cimsuun Maaddii Guutuu Dhugomsuu

Wabii midhaan nyaataa mirkaneessuufi nyaata madaalawaa ta’e argachuuf qonni  barbaachisaa ta’uun waan wal nama gaafachiisu miti. Yeroo dhihoo asitti dandeettii oomisha qonna magaalaa cimsuun...

Ammas Kutaan Qonnaa Keenya Xiyyeeffannoo Olaanaa Argachuu Qaba

Seenaa Itoophiyaatti kutaa qonnaaf xiyyeeffannoon gahaa ta’e osoo hin laatamiin turuu isaatiin hojiin qonnaa aadaawaa akka ta’uf dhiibbaa taasiseera. Hata’umalee qonnaan bulaan keenya mala...

Latest news

- Advertisement -spot_img
AMECO Hirkoo