Facebook
Instagram
VKontakte
Youtube
SEENSA
Ijoo Dubbii
ODUU
BALBALLOOMII ODUU
MISOOMA
AADAAFI OGUMMAA
HAQAA FI BULCHIINSA
HAWAASUMMAA
ADDUNYAARRAA
Ispoortii
Baafata Hundee
Search
Pulses PRO
Waa’ee Keenya
Facebook
Telegram
Youtube
SEENSA
Ijoo Dubbii
ODUU
BALBALLOOMII ODUU
MISOOMA
AADAAFI OGUMMAA
HAQAA FI BULCHIINSA
HAWAASUMMAA
ADDUNYAARRAA
Ispoortii
Baafata Hundee
SEENSA
Ijoo Dubbii
ODUU
BALBALLOOMII ODUU
MISOOMA
AADAAFI OGUMMAA
HAQAA FI BULCHIINSA
HAWAASUMMAA
ADDUNYAARRAA
Ispoortii
Baafata Hundee
- Advertisement -
AUTHOR NAME
ahmed
476 POSTS
0 COMMENTS
ODUU
Giddu-Galli Daldala Ammayyeessuu Danda’u Eebbifame
ahmed
-
January 24, 2026
Bulchiinsa Magaalaa Kombolchaatti Giddu-galli Oomisha Qonnaafi Gabaa Boorchellee Sadarkaa 2ffaa birrii miiliyoona 120'n ijaarame Eebbifameera. Ministirri Daldalaafi Walitti Hidhaminsa Naannoo Kassahun Goofee (Dr), haasawa...
ODUU
Mariin Biyyaalessaa Milkaa’inaan Sadarkaa Xumuraa Irra Gahuu Afa-Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa Himan
ahmed
-
January 24, 2026
Akka Afa-yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa Taaggasa Caafoo jedhanitti, Mariin Biyyaalessaa Itoophiyaa kutaalee hawaasaa hunda hirmaachisee marsaa murteessaafi xumuraa irra ga’eera. Bu’uura Labsii...
MAXXANSAWWAN DURAANII
Maxxansa Gaazexaa Hirkoo: Amajjii 15/2018
ahmed
-
January 23, 2026
Download
ADDUNYAARRAA
Seera Idil-addunyaafi Dhimma Nikolaas Maaduroo
ahmed
-
January 10, 2026
Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii haleellaa Amerikaan Veenzuweelaa irratti raawwatte balaaleffateera. Ogeessi olaanaa farra shororkeessummaafi mirga namoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii, Ben Saa’ol, haleellaa Amerikaa Veenzuweelaa irratti...
BALBALLOOMII ODUU
Pirojaktii Ijaarsa Jallisii Qonnaan Bultoonni Hawwiin Eegaa Jiran
ahmed
-
January 10, 2026
Pirojaktota misoomaa qulqullinaafi yeroo qabameef keessatti xumuruun fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessuuf faayidaa olaanaa qaba. Icciitiwwan guddina biyya tokkoo saffisiisuf fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessan keessaa tokko pirojaktiwwan misoomaa...
HAWAASUMMAA
Aflaatooksiniin Maali?
ahmed
-
January 10, 2026
Jiini Muddee waqtii barbareen itti bilchaatu waan ta'eef namoonni baay'een ji'a kana keessa barbaree yeroo itti qopheeffatanidha. Magaalaa Baahir Daar naannawaa Gabaa Abunahaaraatti argamuun...
MISOOMA
Galii Gibiraa: Bu’uura Misoomaa
ahmed
-
January 10, 2026
Maddoota galii mootummaa keessaa inni guddaan galii gibira lammiilee irraa walitti qabamudha. Mootummaanis, galii kana walitti qabuun hojii bu’uuraalee misoomaa adda addaaf oolcha. Kaffaltoota...
HAQAA FI BULCHIINSAATIIN
ahmed
-
January 10, 2026
Hulaan galaanaa diinagdee, siyaasaafi birmadummaa biyyaaleessaaf faayidaa guddaa qaba. Itoophiyaan waggoottan soddomman darban dura hulaa galaanaa qabaachaa turuun ishee kan yaadatamudha. Kanas dhabuu kan...
Ijoo Dubbii
Ayyaanootni Amantaa Callaqqee Enyummaafi Walinummaa Itoophiyaanootaati
ahmed
-
January 9, 2026
Itoophiyaan biyya af-daneetti,sab-daneettiifi amantaalee garagaraa qabdudha. Biyya seenaa dheeraafi uummata garaagarummaa hedduu qabaattus biyya tokkummaan beekamtedha. Garaagarummaan enyummaa Itoophiyaanootaa bareedaafi hawwataadha. Sirni kabaja ayyaanoota...
Ispoortii
Gahee Taphni Qillee Dagaagina Ispoortii Aadaaf Qabu
ahmed
-
January 9, 2026
Ayyaanni Yaadannoo Dhaloota Iyyasus Kiristoos yeroo dhihaatutti tapha aadaa Qillee taphachuun akka biyyaatti taatee baratamaadha. Umuriin osoo hindaangessiin daa'immanii hanga gaheessootaatti hirmaachisuun Muddee irraa...
1
...
14
15
16
...
48
Page 15 of 48
Latest news
Biyyootni Garee Torbaa (G-7) Fi Gamtaan Awurooppaa Sudaan, Walwaraansi Akka Dhaabatu Magaalaa El-Obeeditti Dhorkaa Meeshaa Waraanaa Labsan
July 22, 2026
Ispeen Shaampiyoonaa Waancaa Addunyaa 23ffaa Taate
July 22, 2026
Dhiyeessii Galchoo Buufata Fayyaa Magaala Kamisee
July 22, 2026
Gahee Jaarsoo Biyyaafi Abbootiin Amantaa Ijaarsa Nageenyaaf Qaban
July 22, 2026
Aadaan Marii Itoophiyaanotaa, Marii Biyyaalessaa Milkeessuuf Ga’ee Qabu
July 22, 2026
- Advertisement -
AMECO Hirkoo
SEENSA
Ijoo Dubbii
ODUU
BALBALLOOMII ODUU
MISOOMA
AADAAFI OGUMMAA
HAQAA FI BULCHIINSA
HAWAASUMMAA
ADDUNYAARRAA
Ispoortii
Baafata Hundee